Тёмный
No video :(

An yeroo heddu itti dabalamuu fedha. isiin fayyaa hin qabu jetti. Dhaddacha Jaalalaa Doosee 5ffaa 

Nuuralhudaa
Подписаться 197 тыс.
Просмотров 45 тыс.
50% 1

Iyyannoo 1ffaa
As wr wb. Akkam jirtan kabajamtoota qopheessitoota raadiyoo Nuuralhudaa, Maashaa ALLAAH hedduu galatoomaa, carraa kana nuu kennuu keessaniif. Maqaan kiyya S.A jedhama. Anaafi Abbaan manaa kiyya eega bultii jaarrannee reef amata 1 guunne. Yeroo kana keessatti hoggu 3 qofa wan arine. Yeroo wal arginu kanatti akkuma dubartoonni hundi godhan aniis if tottolchee isa eega. Inni garuu tottolfachuu kiyya kana narraa hin jaalatu. Innis tottolfatee of hin babbareechu. Mee maal naan jettan? Jettee iyyatte. Iyyannoon kanaan wal fakkaatu amma dura dhihaatee jira natti fakkaata.
Iyyannoo 2ffaa
Assalaamu Aleey'kum warahmatullahi wabarakaatuh. Maqaan kiyya M.M jedhama. Duraan dursee qophessitoota Raadiyoo Nuuralhudaa carraa akkan bareedaa kana nuf kennu kessanif heddu galatoma isiniin jedha! Jaarti bareedduu Rabbin naaf kanne. jaartiin barreedduun tiyya tun yeroo heddu itti dabalaamu fedha. isiin garu fayya hin qabu jetti. garuu fayya numa qabdi. Rakkoofi dhukkuba takkallee isii irraa hin argu. Yeroon isiin dhukkuba himattu yeroma an itti haajamu. kanaf yeroo heddun itti mufaadha. fedhii naf hin guttu. Akka biira waliin jireenya nagayaa jiraanna. rakkoon cimtuun jiddu tenyaa tana qofa. Akkamittin waliin jiraadha jedhee yaddo keyssa galee jira. kanaf murtiin egaadha. kabajaa fi jalaalan naf jiraadhaa!
Iyyannoo 3ffaa.
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh. Akkam jirtan kabajamtoota jaalalatmtoota qopheessitoota raadiyoo Nuuralhudaa. Duraan dursee sagantaa bareedduu akkanaa nuuf dhiheessuu keessaniif baay’ee galatoomaa isiniin jedha. Maqaan kiyya S.M jedhama. Maqaan haadha manaa tiyyaa R.M jedhamti. Ani arra gama dhaddachaa wanninin dhufeef, dhaadha manaa tiyya himachuudhaafi. Haadha manaa tiyya baayyeen jaaladha. Isiinis baayyee na jaalatti. Gama biraatiin ana caalaa maatii kiyya ni jaalaatti. Aniis maatii isii baayyeen jaaladha. Gama diinagdeetiinis namallee dandahuu baannu namatti hin haajamnu. Yeroo heddu gammachuudhaan jiraanna. Garuu rakkina an irraa himadhu tokkotu jira. Haati manaa tiyya tun, akka tasaa yoo walitti mufanne yoon an jecha takka dubbadhe isiin jedha 3fi 4 dubbatti hangan ani dubbadhe daran deddeebistee lolti. Aniis jalaa callisee suutaa jadhee gorsuuf yaalus, yeroo biraatis sanuma. An takka dubbannaan isiin dachaa hedduun dallantee dubbatti. waniinin ani sodaadhe, anii ilmaa namati, yoon obsa fiixadhee aniis dallansuun daangaa dabruu eegale, jalalaa tenyaa tanatuu badaa jechuutu na yaaddeyse. Gandi keenya ganduma nagayaati. Yeroo dallansuun akka tasaa argamtu qofa boorawa. Dhimma kanarratti hukmiin shari’aa islaamaa maal nuun jetti. Obsaanin isin eeggadha.
#Dhaddacha_Jaalalaa, #Nuuralhudaa, #Iyyannoo,

Опубликовано:

 

5 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 143   
@ayshahayshah4490
@ayshahayshah4490 7 месяцев назад
Masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha tabarkallah❤❤❤❤😊
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 2 года назад
اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏🙏
@user-oo9pn7ki2h
@user-oo9pn7ki2h 4 месяца назад
Saw saw saw saw saw ❤❤❤
@Ukhgbbdfgg
@Ukhgbbdfgg 3 месяца назад
SAW SAW SAW SAW SAW ❤️ ❤❤
@mahdisharif-sl9oi
@mahdisharif-sl9oi 11 месяцев назад
maashaallaha jechudha qaba jarsi ishiin dhiiqate ittin bonu qaba ❤❤❤❤❤
@user-rl7wl4mc6t
@user-rl7wl4mc6t 7 месяцев назад
Maashaa Allah
@dadarwood3189
@dadarwood3189 2 года назад
Umataa nabii mummad Alrsalatuu wasalam🕋🤲❤️ umataa qashaxi ❤️ matii naa tahaa 🙏 galatoma subscrbe liki shere
@dhaladhala6101
@dhaladhala6101 Год назад
Sallallaahu Allehyii wasallaam sallallaahu Allehyii wasallaam sallallaahu Allehyii wasallaam
@rozishrozish1300
@rozishrozish1300 Год назад
Saw saw saw
@dhaladhala6101
@dhaladhala6101 Год назад
Sallallaahu Allehyii wasallaam sallallaahu Allehyiii wasallaam yaa rassullallah
@giftiihacee1215
@giftiihacee1215 Год назад
S A W 💓
@naimanaima691
@naimanaima691 2 года назад
صلى الله عليه وسلم صل الله عليه وسلم آمين يارب العالمين اللهم امين يارب العالمين
@FoziyaHasen-od1zu
@FoziyaHasen-od1zu 3 месяца назад
Ws wr wb akkami nagaya mashaalllh mashaalllh mashaalllh mashaalllh mashaalllh mashaalllh mashaalllh mashaalllh mashaalllh mashaalllh
@abduroharu
@abduroharu 3 месяца назад
😊❤❤❤
@JhdBhsi-xv5iz
@JhdBhsi-xv5iz 8 месяцев назад
Umri nuu dheradha mashallh
@zubuuabdii5726
@zubuuabdii5726 2 года назад
Masha allha 💗💯💕❤️❤️
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhi❤❤❤
@mohammadkhairal-halabi7988
@mohammadkhairal-halabi7988 Год назад
Masha allaa masha allaa rabbiin isinrii haa jalaatu inshaala jzk
@diini9165
@diini9165 Год назад
Maasha Allha Raabiin issiiniraa haa jaallatuu waarii dhadachaa jaallala
@nuriyaakemalo8787
@nuriyaakemalo8787 2 года назад
Saallaallaahu Aleeyhi wosaalam Maashaa Allaah rabbiin nu haa lafisaa
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii🙏🙏❤❤
@user-qq4hw9wg5m1
@user-qq4hw9wg5m1 3 месяца назад
Maashaalaa
@JamaaluddiinA
@JamaaluddiinA 7 месяцев назад
Masha Allha jajjaba dha
@abdulwahaababdii7881
@abdulwahaababdii7881 2 года назад
Rabbii jedhaatii cinqaa ani keessa jiru tana isin hin mudinii naaf himaa nuural hudaa akkamiti gaafii gaafatan
@badriyaa.ta.baalee5002
@badriyaa.ta.baalee5002 3 месяца назад
Maa😢
@user-gj1fg6dt1x
@user-gj1fg6dt1x Год назад
Masha Allah galatoma
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 2 года назад
اللهم صل على سيدنا ونبينا وحبيبنا محمد عليه افضل الصلاه والسلام😘
@AllahamdulilahRabbiilallaamin
Wa aleykumassallam worahimatullahi Wobarakatuhu
@AllahamdulilahRabbiilallaamin
Maashaa allaaha jazaa kumullahu keyran
@foziyakmal5037
@foziyakmal5037 Год назад
Wa'aleykum selam worahmetullahi woberakatuh masha allah jzkk ustuwaz
@dhaladhala6101
@dhaladhala6101 Год назад
Masha allahii Masha. Masha allahii rabbiiin sinira hajalatuu
@keruzakamal8002
@keruzakamal8002 2 года назад
Sallallahu aleyhi wossallam sallallahu aleyhi wossallam sallallahu aleyhi wossallam
@user-rv8wu2zm2m
@user-rv8wu2zm2m Год назад
❤❤Rabbi isinira hajaltuu mash Allah
@wardaahmed195
@wardaahmed195 2 года назад
Masha alla masha alla tabarakalla ❤❤❤❤❤❤❤💕💕💕💓💓💓💓
@mohammadkhairal-halabi7988
@mohammadkhairal-halabi7988 Год назад
Masha allaa masha allaa rabbiin umrii isaan nuu haa dheeresuu inshaala jzk
@nasimaethiopia5657
@nasimaethiopia5657 Год назад
Maashaa Alllhaa tabarakaa Allhaa 💯💯✔
@munthmohammed1198
@munthmohammed1198 Год назад
As wr wb jzkk gaafin qaba abbaa kiyya ilma Eessuma kootiif nikaa na godhe Ani garuu ilma Eessuma kiyya kana hin jaalanne osomaa nikaa Isaa qabuu kabiraatti heerume ergas booda abbaan kiyya nikaa hin hidhu jedhee ji,a sadi booda guyyuma San ka duraa buusanii kanaaf nikaa na hidhan kanaaf nikaan Koo kun maal fakkaatta obsaan isin eeggadha galatoomaa
@zalikuutube1228
@zalikuutube1228 2 года назад
Mashaallah Tabarakalah WELCOME NURALHUDAA❤❤❤❤
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏
@kamaalaliyyii2424
@kamaalaliyyii2424 2 года назад
Maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah
@haalimasaeed3807
@haalimasaeed3807 Год назад
Walekum salami waramatulahi wabarakathuu Salalahuu Aalehim wasalami Mashaa alhaa nurali hudaa soraa qalbi musilimaa Nama irraa bartuu nu ha tasisuu
@mrymm5333
@mrymm5333 Год назад
S A w
@halimahalima1277
@halimahalima1277 Год назад
Saw.saw.saw.saw.saw.saw.saw.maashaa.allaah.mashaaa.allaah.maashaa.allaah
@kwtajjs1262
@kwtajjs1262 2 года назад
Masha allaahaa masha allaah Tabbaarakallaah rabbiin isinnrraa haa jaalatu insha allaah💔💔💘💘💘💔☝️
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏
@mucatiioromoosanyiijawwar5040
@mucatiioromoosanyiijawwar5040 2 года назад
Sallaallaahu Aleyhi wasallaam mashaa Allaah Rabbiin isinii irraa haa Jallaatuu
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏🙏
@umuuseena5645
@umuuseena5645 5 месяцев назад
S,,,A,,,w❤❤❤❤
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 2 года назад
Fariyaa kabajamtuu qalii nuuf jiraadhuu mataa dubartootaa musilimaa ❤❤❤❤❤❤❤
@user-uc2oc4ib6l
@user-uc2oc4ib6l 5 месяцев назад
masha.allaah
@rozishrozish1300
@rozishrozish1300 Год назад
Mashalhaa mashalhaa mashalhaa mashalhaa mashalhaa
@MuhmmedALii-8228
@MuhmmedALii-8228 5 месяцев назад
As wr wb akkami nagayaa
@tamatamobile9674
@tamatamobile9674 Год назад
Mashala mashala mashala
@imaan3099
@imaan3099 2 года назад
Masha Allha 😍 🥰 😍
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏
@NASRATUBE-pu3ur
@NASRATUBE-pu3ur 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤ maashaallah maashaallah maashaallah
@kamilaashaaffi8001
@kamilaashaaffi8001 Год назад
Wawrwb gafin qaba ture lakofsa naf erga warr qabda jzk
@abdihaji8447
@abdihaji8447 2 года назад
Sallallaahu Aleehi Wossallam Sallallaahu Aleehi Wossallam Sallallaahu Aleehi Wossallam
@ggff5070
@ggff5070 Год назад
Sallallaahu Alleeyhii wassaallam 🥰 ❤️ ♥️ 😍 💖 ✨️ 🥰 ❤️
@boontuuawal
@boontuuawal 2 года назад
Saallaallaah Aleeyhii wassaallam Mashaallaah mashaallaah mashaallaah rabii isinii iraa hajalatuu
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏
@generalsaeedabdo1494
@generalsaeedabdo1494 2 года назад
MashaAllah MashaAllah
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 2 года назад
Wel come nuuralhudaa suuraa qalbii musilimaa 👍👍👍👍👍👍👍👍
@TujiiMahamad-ll5zu
@TujiiMahamad-ll5zu Год назад
Masha allah
@zeytunaagemechuuzeytunaage7430
@zeytunaagemechuuzeytunaage7430 2 года назад
wl sr wb mashaala mashaala anii haa dhufaa
@balpeesali1881
@balpeesali1881 2 года назад
Ulfadha Baronota kana nuuf dhihesu kesanif Jeezzaakumulah kayiran
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 2 года назад
Wel comr back fariyer too❤❤❤
@saadu7901
@saadu7901 2 года назад
Mashaallaah mashaallaah tabarakaallaah
@zamzamhajii0839
@zamzamhajii0839 2 года назад
Maashaa allaah maashaa allaah maashaa allaah
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏
@bentislam1930
@bentislam1930 2 года назад
Sallahalahu Alleehiy wasalam sallahalahu Alleehiy wasalam
@abdusamadnaziif6169
@abdusamadnaziif6169 Год назад
Maasha.allah
@user-yx6uj2or4g
@user-yx6uj2or4g 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@user-hc8di2mf9q
@user-hc8di2mf9q 5 месяцев назад
Saw❤❤❤❤
@balpeesali1881
@balpeesali1881 2 года назад
MashaaAlaah Tababaraka
@samacc8418
@samacc8418 Год назад
Waaleykum Salam warahamatulahii wabarkaatuh
@nasraabdusamad6728
@nasraabdusamad6728 2 года назад
Mashaa Alhaa Tabarkalha
@hananorotube3180
@hananorotube3180 2 года назад
Mashaa allaah 💯
@ayuuaman5925
@ayuuaman5925 2 года назад
Mshaalaa Mshaalaa mashaalaa mshaalaa mashaalaa tubarakalaa mashaalaa mashaalaa tubarakalaa Allah
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏
@kadijaabalee845
@kadijaabalee845 2 года назад
Mashalaa mashalaa
@abdulwahaababdii7881
@abdulwahaababdii7881 2 года назад
As wr wb yaa ummata muslimaa rabbiif jedhaatii mee lakkoofsa nuural hudaan argatan naaf himaa adaraa muslimumaa
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏🙏
@amanemusa8285
@amanemusa8285 Год назад
As wr wb mashaa allaa JzkLk
@robidasayida5014
@robidasayida5014 Год назад
Wa wr wb lakkoosaa keessaan nuu maxasaa
@badriyaa.ta.baalee5002
@badriyaa.ta.baalee5002 2 года назад
Sallaallaahu aleyhi wassllam sallaallaahu aleyhi wassllam
@giftiihacee1215
@giftiihacee1215 Год назад
S A W 💓
@jamelahussain6021
@jamelahussain6021 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@aishamuhamed
@aishamuhamed Год назад
Aswrwb jirtuu akamii lakosa kesana akamiti aragadhaa me 💕💯💋💋👆💓💓💓😍
@mohammadkhairal-halabi7988
@mohammadkhairal-halabi7988 Год назад
Wl wr wb Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam jzk
@AbdulAziz-nf4hh
@AbdulAziz-nf4hh Год назад
Maashaallha
@muhadamiintube5633
@muhadamiintube5633 Год назад
Sagantaa dhaddacha Jaalalaa irratti dhaamsa jabduu nuuf dabarsaa jirtu hedduuu galatoomaa
@aminaaaliy8051
@aminaaaliy8051 Год назад
Ws wr wb
@bentislam1930
@bentislam1930 2 года назад
Walekumusam waramatulaahi wabarakatu
@shamaqadir7667
@shamaqadir7667 Год назад
Saw saw saw saw saw saw saw
@bontuubontuu3804
@bontuubontuu3804 Год назад
Mashaallaa
@user-jw6zo8mg6p
@user-jw6zo8mg6p 2 года назад
Mashalhaa jzk
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@kulasahuseen1286
@kulasahuseen1286 2 года назад
AS.WR WB MASHAA ALAHAA anadhufu nuuaalhudatv
@dubai9938
@dubai9938 2 года назад
Kadija Binti isalam
@jamilaaoromiyaaarsii7021
@jamilaaoromiyaaarsii7021 Год назад
bilbilaa Gafii itii gafatani yo betani Na himaa me😢
@neymanesha1155
@neymanesha1155 2 года назад
Mashal
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏
@zamzam-ze9lb
@zamzam-ze9lb 2 года назад
_Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam Sallaallaahuu Aleeyii Wossaallaam_
@nasrmohamed9947
@nasrmohamed9947 Год назад
Nural hundaa midiyaa galataa baga jirataa mee esaanii gafanaa gafii raqamaa keesaan
@ghjjighjuryyhy8442
@ghjjighjuryyhy8442 Год назад
💔💔💔💔💔💔💔🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
@shukuriiassan9553
@shukuriiassan9553 2 года назад
Ok
@dubai9938
@dubai9938 2 года назад
Wl wr wb
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤🙏🙏
@munaamin1645
@munaamin1645 2 года назад
😍😍😍😍
@chfui3990
@chfui3990 Год назад
As wr wb
@makkiyaakadiri9471
@makkiyaakadiri9471 2 года назад
As wr wb akkamii jitanii obbolwanii S Q M bagaa jirtanii anii gafii qabaa??yoo naa.debiftanii sagantaa kessanii kanii teregiramaa nii. Qaddanii
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa 2 года назад
Sagantaan Raadiyoo Nuuralhudaa yeroof dhaabbatee jira. in shaa Allaah gaafa Rabbi jedhe ni eegalla.
@makkiyaakadiri9471
@makkiyaakadiri9471 2 года назад
@@Nuuralhudaa rakkoo jiraa moo namifii dhadanii wollayii hedduu yanee yoo wanii issinii gagaruu jirtee nutii himaa nuu dawatotaa nuuralhudaa issinii biiraa jiraa rabbii gadditii wanii qanunii
@nasimaabdi4159
@nasimaabdi4159 Год назад
Galtoomi shekha keenya
@muaazmuhiddiin2142
@muaazmuhiddiin2142 Год назад
As wr wb gafffiin qabaa gaafiin kiyyaa mucaa takkaa fuuchuu jedhee baayyee jaalladhee isinis najaallatti garuu amalatokkon erratti jibbee tiktokii hin hojjatin sin fayyaduu jedheen gorsee dadhabee akkam godhu naaaf himaa mee adaraa
@dubai9938
@dubai9938 2 года назад
Kadijaa Binti islam
@abdulwahaababdii7881
@abdulwahaababdii7881 2 года назад
As wr wb akkami umanni islaamaa hunduu gaafii qabaa garamiin isin gaafachuu dandahan adaraa naaf himaa rabbiif jedhaatii
@karimakarima7076
@karimakarima7076 Год назад
Sallallaahuu Alehyii waassallaam Sallallaahuu Alehyii waassallaam Sallallaahuu Alehyii waassallaam Sallallaahuu Alehyii waassallaam Sallallaahuu Alehyii waassallaam Sallallaahuu Alehyii waassallaam Sallallaahuu Alehyii waassallaam Sallallaahuu Alehyii waassallaam
@abduroharu
@abduroharu 3 месяца назад
0:31 opg 💝💝💝💝💝💝💝 🎈ደስ ደስ ብሎኛል!🎈 😃😛😛😛😛😛😃 😊🎀🎀🎀🎀🎀😊 💓🎉🎉🎉🎉🎉💓 💋💋💋💋💋💋💋 😡😡😡😡😡😡😡 😁 በጣም 😁 💀 ተናድጃለሁ 💀 😑😤😤😤😤😤😑 🔥✂✂✂✂✂🔥 😡😡😡😡😡😡😡 💬💬💬💬 💬🐷🐷🐷💬 💬 ይቅርታ 💬 💬💬💬💬 😳 🙏 👖 👟👟
@uaeuae2634
@uaeuae2634 2 года назад
S'A'W SAw Wl Wr Wb AMiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Jzkl
@asedullahali719
@asedullahali719 2 года назад
As wr wb hedduun isin jaalladha Maaloo group whatsApp seenuu fadha akkami maaloo falli?
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤❤🙏🙏🙏
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365 2 года назад
𝑾𝒂 𝒂𝒍𝒚𝒌𝒖𝒎 𝒂𝒔𝒍𝒎𝒘𝒓𝒘𝒃 𝑴𝒂𝒔𝒉𝒂𝒍𝒍𝒂
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii❤❤❤🙏🙏🙏
@user-qr4dx7mx6q
@user-qr4dx7mx6q Год назад
🥰🥰🥰🥰🥰💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💘💘💘💘💘💘💋💋💋💋💋
@aminaguye5262
@aminaguye5262 Год назад
Maashaallaa
@radiya8677
@radiya8677 Год назад
Mashaalla mashaalla
@Allinone-yn9lu
@Allinone-yn9lu 2 года назад
Masha allah
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhii❤❤🙏🙏
@zubuuabdii5726
@zubuuabdii5726 2 года назад
Ws wr wb
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 года назад
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo kiya subscribe naf godhiii❤❤❤❤🙏🙏🙏
@zubuuabdii5726
@zubuuabdii5726 2 года назад
@@hawioromtititube 💗💗💗
Далее
Почему-то хочется плакать
00:17
Просмотров 483 тыс.
😱ЖИВОЙ Чехол на Айфон🤪
00:38
Просмотров 246 тыс.
RNH 836, December 7, 2023 Jaarmaya Bultii
26:31
Просмотров 6 тыс.
"Qaama Saalaa 2 Qabdi" Dhaddacha Jaalalaa 26
29:40
Просмотров 46 тыс.
RNH 810, June 26, 2023 Soora Qalbii
35:46
Просмотров 47 тыс.
RNH 784, January 30, 2023 Soora Qalbii
30:53
Просмотров 26 тыс.
Почему-то хочется плакать
00:17
Просмотров 483 тыс.