Тёмный
No video :(

Jaarsa kiyya yaadee nin gala jechuu qaanfadhe - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 13ffaa 

Nuuralhudaa
Подписаться 197 тыс.
Просмотров 8 тыс.
50% 1

Iyyannoo duraa.
As wr wb. Akkam jirtu qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa, carraa kana nuu kennuu keessaniif hedduu hedduu isin galatoomfanna. Ani maqaan koo H jedhama. Bakkin ani jiraadhu Saudi Arabiyaadha. Iyyannoon tiyyas akka asii gadiiti. Ani haadha warraa jaalatamtuufi kabajamtuu qaba. hedduun isii jaaladha. Akkasuma isiinis hedduu na jaalatti. Jireenya kabajaafi jaalalaa osoo jiraachutti jirru, dhiheenya kana rakkoon nu jiddutti argamtee furmaata barbaaduuf gama dhaddacha kanaa dhufe.
duuran hogga buultii jarrannu haala biyyaatiin wal fuuna naan jette. Aniis hayyee rakkoon hin jirun jedhen. Waan na barbaachisu hunda naaf guuttaa naan jette, eeyyen waan ati feetu hunda siifin guuta jedheen. Hayyee maatii kiyyaaf birria 50, 000 akka kennitu fedha naan jette. Haayyee nin kenna. Garuu eega wal fuunee booda kenna jedheen. Akkasitti nikaah godhannee eega wajji jiraachuu eegallee amma baatii 4 keeysa jirra. Dhihoo tana waan ahdii naaf seente san maatii kiyyaaf ergi naan jennaan, lakki waan kana godhuu hin dandau. Wanti kun shari’aa islaamaatiin dhoorkaadha jedhee dide. Isiinis hedduu dallante. Yoo mallaqa ahdii seente san maatii kiyyaaf ergite wajji jiraana. Ykn addaan baana naan jette. Rakkina kanaaf furmaata barbaaduuf gama dhaddacha kanaa dhufe. murtii abbaa murtii obsaan eeggadha.
Iyyannoo 2ffaa
As wr wb. Kabajamtoota qopheesittoota dhadacha jaalalaa, qophii bareedaa kana nuuf qopheessuu keessanif Hedduu Galatoomaa. itti Ansuun Ani maqaan koo A. B Jedhama. Abbaa Manaa koo hedduu jaaladha tassumallee sagalee isaa dhabee olee buluu hin dandahu. inis Akkasuma Garuu osoo jaalala bareeddu tana wolfi qabnuu jireenyii Addaan Nu fageessitee Halaala wal yaadutii jirra. Inni biyya jira. An ammoo biyya alaa jira. Halaalarraa yaaddoon hedduu na miidhutti jirti. Sababaa adda fageenyaa kanaaf hedduu yaaddawee inumaa yeroo garii itti aaruu eegalee jira. Nin gala jechuuf qaanfii natti taate. Use taa’uuf ammoo hedduun isa yaade. Furmaanni kiyya maali? Murtii abbaa murtii obsaan eeggadha.
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another RU-vid channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to RU-vid and requesting the removal of the unauthorised content.

Опубликовано:

 

5 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 25   
@ummuamtube1
@ummuamtube1 8 месяцев назад
Assalaamu Aleeykum Warrahamatulah Wobarakatuuh Akkam Jirituu Qopestotaa Radio nural Hudaa Hedduu isini hordofaaa Bayyee waa bayyii isinira barachaa jiraa itti fufaa Heduu isini Jalanaaa ❤❤❤💯💯💔
@hayuutube4565
@hayuutube4565 8 месяцев назад
#Masha allha Masha allha Rabin isinira haa jalatuu jabadhaa ❤❤❤❤
@Wankooshow
@Wankooshow 8 месяцев назад
Dansaadha. Continue more jajjabaadha.
@abdisultan-mh8ov
@abdisultan-mh8ov 8 месяцев назад
As wr.wb jirtuu warraa dhaddacha jalala
@user-ul9oi5mx3w
@user-ul9oi5mx3w 7 месяцев назад
❤❤❤❤❤MashaAlla MashaAlla
@CaaltuunasirCaaltuu
@CaaltuunasirCaaltuu 4 месяца назад
As wr wb ❤Anis dhimaan qaba wan jabadhaa❤ dhifamaa
@CaaltuunasirCaaltuu
@CaaltuunasirCaaltuu 4 месяца назад
As wr wb Anis dhimaan qaba wan jabadhaa dhifamaa
@kadijaamuhammadi5875
@kadijaamuhammadi5875 8 месяцев назад
Maashaa'allaah
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 8 месяцев назад
Subahanallah subahanallah
@AhmadinSufiyanAbrahim638
@AhmadinSufiyanAbrahim638 8 месяцев назад
Ummata gaagarii nuf jiradha qaaqaliwan ko baga ngyn dhuftan yero murasa dura ni badan male
@Abdee825
@Abdee825 8 месяцев назад
❤❤❤❤ nuuf jiraadha yaa ummata keenya ❤❤❤❤
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 8 месяцев назад
وعليكم السلام ورحمه الله وبركاته صلى الله عليه وسلم ❤
@AhmadinSufiyanAbrahim638
@AhmadinSufiyanAbrahim638 8 месяцев назад
Well come
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 8 месяцев назад
Masha Allah jzk jzk thanks thanks jzk
@robidasayida5014
@robidasayida5014 8 месяцев назад
As wr wb fariyaa dubarti cimituu fakkenyaa dubartota biyyaa keennaantif tahaa jirtuu keessaa takkaa nuuf jiradhuu mashaallaah tabarakkallaah hundumaan keessaa warroon midiyyaa nurahlihudaati dhabataan ❤❤❤❤ Usamaan ulamaotaa keennyaa hundaa keesanu
@sararashid2664
@sararashid2664 8 месяцев назад
Mashaa Allah
@riyadorotube
@riyadorotube 8 месяцев назад
As wr wb Akkam naga qabdan qobesitonii Qoobii kana Anile Iyano qaba me akkamiti Issinti ibasachuu dadayya
@LottaLotta-ss3ed
@LottaLotta-ss3ed 7 месяцев назад
❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤❤
@user-hr2dp8ic2i
@user-hr2dp8ic2i 7 месяцев назад
Hayyotta gaari addunya fiaakira galtteef
@HhdHud-ut3zj
@HhdHud-ut3zj 8 месяцев назад
galatomaa gudaa
@firoousman6059
@firoousman6059 8 месяцев назад
Good job continue
@CaaltuunasirCaaltuu
@CaaltuunasirCaaltuu 4 месяца назад
Anis gafiin qabaa dhimaa bultii qaba
@kemak9119
@kemak9119 8 месяцев назад
Ws wr wb ❤❤❤
@CaaltuunasirCaaltuu
@CaaltuunasirCaaltuu 4 месяца назад
C u jamaa
@CaaltuunasirCaaltuu
@CaaltuunasirCaaltuu 4 месяца назад
As wr wb ❤Anis dhimaan qaba wan jabadhaa❤ dhifamaa
Далее
wan tokko yoo amaante, hojjatee galmaan ni geessa!
13:47
Dhiiruma Haa Ta'u Malee Rakkoo Hin Qabu
10:16
Просмотров 9 тыс.
Yeroo Jalalaa, Nama Jaalalli gubee hube.
24:12
Просмотров 57 тыс.
RNH 836, December 7, 2023 Jaarmaya Bultii
26:31
Просмотров 6 тыс.
Yeroo Jaalalaa
24:59
Просмотров 53 тыс.