Тёмный

Gingilchaa 2ffaa Amma Yoomitti....? 

Qaanqee Show
Подписаться 358 тыс.
Просмотров 4,3 тыс.
50% 1

Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Опубликовано:

 

1 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 98   
@UmerGuta
@UmerGuta Час назад
Nagaatu Saba keenya barbaachisa waan dhabe hinqabu oromoon nageenyaan alatti abban biyyas oromoodha❤❤❤❤❤❤❤❤
@kedirusman8158
@kedirusman8158 4 часа назад
Habtee dhugaa ati qulqulluu namaati. Jabaadhu qaroo Oromoo Obboleeysa Hacceeti Ati.
@rametakemal1992
@rametakemal1992 5 часов назад
That’s all we need “peace has no alternative “
@AshetuNegasa
@AshetuNegasa 2 часа назад
Habtaamuu Ani Hanqinooti Kee akkuma jirutti ta'ee; kan garaa garumaaf dhiisen ; Garuu waa tokko Si gaafadha ; studio Kee keessatti akkuma duraanii pls garuma tokkoon illee ,Suuraa Hacee ka yeroo biyya alaa San godhadhu. Yoo Isa dadhabde bitii cinaa Kee kaa'i . I'm happy if you do this our guy
@tamratroba3142
@tamratroba3142 5 часов назад
This important message everyone should listen to know and accept!
@endalkachewsolomon7731
@endalkachewsolomon7731 5 часов назад
Galatoomi Habtish Waaqayyo si haa eebbisu!
@FuheeMamad
@FuheeMamad 6 часов назад
Baga nagan dhufte jeneralticha kenya❤❤
@segnifikr1
@segnifikr1 5 часов назад
Himm Garuu sirbii dawwit Hojjetee Bayyee Bareedaaa Dhugaa Màaf akkas godhee Garuu Mucichii
@FetenaDisasa
@FetenaDisasa 5 часов назад
Baga dhuftee Gingilchaa. Nujala baddee turtee🎉🎉🎉
@mdoman986
@mdoman986 32 минуты назад
Dhugaadha Waaqayyoo Biyyaa kenyaaf Sabaa kenyaaf dachee kenyaaf Dhaloota Biyyaa kenyaa hundaaf Waaqayyoo Nagaa Jalaala a tokkummaa haa kennuu ❤❤❤❤❤....Jajabadhuu Qaxallee Kenyaa Waaqayyoo sii Fanaa haa ta.u ❤❤❤❤
@modinali3987
@modinali3987 5 часов назад
Galatoomi ❤️ ❤❤🌹 🌹 🌹
@seifuadem626
@seifuadem626 3 часа назад
Galatoomii Habtish waan baay'ee nuuf kaaste keessattu waa'ee nageenya fi album Andualem irratti ,itti nuu jabaadhu rabbi sii haa eebbisu
@mdoman986
@mdoman986 28 минут назад
Namaa hundaaf Osoo dhugaan kun Galee baareda turee❤❤❤❤
@SumayoKhadar
@SumayoKhadar 6 часов назад
𝐁𝐢𝐫𝐞𝐞 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐭𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 😂😂😂😂😂😂
@Biiftuuoromoo-
@Biiftuuoromoo- 4 часа назад
😂😂🥰
@abdulhamidabdulwehab7993
@abdulhamidabdulwehab7993 3 часа назад
😂😂😂😂😂😅
@RameeTube-qf4ym
@RameeTube-qf4ym Час назад
Taankii oromon bulchaa jiruutu oromo iratii dhukaasa jira hubadhuu duraa
@gemechismosisaoro8730
@gemechismosisaoro8730 5 часов назад
Dhimma nagaa kanarratti jabaadhu dubbadhu siduukaa jirra, Bilisoomneera bilisummaakeenya immoo eegachuun dirqama tokkoon tokkoon keenyaati,
@MoataGudeta
@MoataGudeta 4 часа назад
Haptamu qaroo ilmaa Oromoon I appreciate you
@SurprisedIcedTea-qh8fp
@SurprisedIcedTea-qh8fp 6 часов назад
Qaxalee oromoo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@BulaEtefa
@BulaEtefa 3 часа назад
Dhugaa haftee koo ittii nuuf himii sii jaallannaa
@Bereda100
@Bereda100 4 часа назад
JURADHU HABTEE KENYA! ELALICH KEE 👉🏾Expired HINQABU🤩
@do-u-know-that
@do-u-know-that 4 часа назад
habtish abbaa garaa gaararraa
@UmerGuta
@UmerGuta Час назад
Abtish jabaadhu murataa koo❤❤❤❤❤❤
@jiratashiferaw7859
@jiratashiferaw7859 2 часа назад
General Habtamu! Dhuguma waantan si ajaa'ibsiifadhu, dhugaa ati argitee uummatatti baastudha. Galatoomi. Kun agarsiistuu diimokraasii fi dhugaadha. Namni akka barbaadetti haa hiikkatu garuu dhugaa jira dubbachuun amanamummaa dabala.
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 4 часа назад
Welcome jabaadha Oromo koo
@JamaaabbaajifariiNadaa
@JamaaabbaajifariiNadaa 5 часов назад
Dhugaa keti
@sabaliddi5542
@sabaliddi5542 6 часов назад
Yes
@misganafikadu168
@misganafikadu168 3 часа назад
Ibiida Irraa Tessee waan Hasooftu fakkaata dhiroo
@Abdisa-iu8pn
@Abdisa-iu8pn 2 часа назад
Hafuuraa sitti dhufaa takka takka habte
@onetwo7504
@onetwo7504 2 часа назад
habtish waan xixiqoo kan dhissi waahee dawit taddassa waan isaa hin beektuu
@AdugnaNagomsa
@AdugnaNagomsa 5 часов назад
Ilmi kee bosona Jira Jedhani haadha ijoollee Ajjeesuun,Mana Qotee bulaa gubuun ,Nama gafii mirgaa kaasuun Hiraarsuun Ajjeesuun Salphina mittii ,mee wa'ee Tayyee,Milkeesa,Lammaa,Biraanu Tsagayee,Biranameskel Fi Warra kaan irraa duubadhu
@RameeTube-qf4ym
@RameeTube-qf4ym Час назад
Dhugaa ketii wan iraa dubatuu qabuu dhiseeti wan isaa hin galchin dubaata😢
@sabaliddi5542
@sabaliddi5542 5 часов назад
Lolaali Addaba'uu sridhaa
@BulaEtefa
@BulaEtefa 3 часа назад
Mootummaaniif wbo akkaa araraamaniif ilmaan abbaa tokkoo waal nyaachaa jiruu
@AmanuelKennasa
@AmanuelKennasa 2 часа назад
Habtish Keeshaa. Rakkinni Oromoo warra akka keetii kanadha. Rakkoolee uumamaa turee fi jiru kanaaf sababni warra akkakee kanadha.
@BekanAlemayehu-bj8zq
@BekanAlemayehu-bj8zq 4 часа назад
Gingilchaa Gingilchaa afaan hamma gurraatti.
@XiyyoJamaal
@XiyyoJamaal 4 часа назад
Dhugaa ketii ❤❤❤❤🎉🎉
@jomama151
@jomama151 Час назад
Jabadhu ❤❤❤❤
@hasankadir7939
@hasankadir7939 6 часов назад
itti Oddessi mee yoo dhagayame
@dalilabdu46
@dalilabdu46 5 часов назад
galatomii
@fekaduerena3356
@fekaduerena3356 5 часов назад
Dhuga taanan kuun siiri miiti. Andualem responsii goodhii
@gemechismosisaoro8730
@gemechismosisaoro8730 5 часов назад
Habtish jabaadhu
@BilkitBirhanu
@BilkitBirhanu Час назад
Araara buusa Jara walitti araarsa galatoomi habtee
@BURTKANGURMESA
@BURTKANGURMESA 4 часа назад
Jabba oromo galatom ❤❤❤
@zaharasirage5233
@zaharasirage5233 4 часа назад
Yesssssssssss
@AdamMohamed-h5f
@AdamMohamed-h5f Час назад
Mayaki akka harkkan hin dhoofnee😅😅😅
@ebisaararsa9289
@ebisaararsa9289 3 часа назад
The given Mission part 2. Sodaa guddaa keessa galtan. Mormii Irreechaa irratti...
@Djsuperstars
@Djsuperstars 2 часа назад
Maalii obboleessoo hudduu keettii elektrikii sitti suqaanii moo👀
@AbdullahSss-r8s
@AbdullahSss-r8s 5 часов назад
Yes
@abditube-1
@abditube-1 4 часа назад
Manager andualemtu rakko qaba
@bekaabera5462
@bekaabera5462 56 минут назад
Afuuftu akka keeti dadhabnee
@ChalaGelalcha-rq4hp
@ChalaGelalcha-rq4hp 3 часа назад
Eenyuyyuu oromoof gaarii gochaa Hin jiru.
@haadhadaraartuu
@haadhadaraartuu 4 часа назад
afuufi egaa😂
@ebisaararsa9289
@ebisaararsa9289 2 часа назад
Andwalem Gosaa jabaa ta'uu isaa hin aalu. jabaan tokko ammoo hanqina hin qabu jechuun hin danda'amu. Dogongora guddaa hojjate. akkamin Dawitin akkas godha? maaltu ta'e? mucaan himachuu qaba. seeratti dhiyeessuun kaasaa gahaa isa madaalu argachuu qaba. sirba Hacaaluus kan Birrooleere yaa gootakoo jedhu sanas sirriitti caqasaamee rakkoo qaba
@Arega-xz3hl
@Arega-xz3hl 45 минут назад
Bayyeen sitti gaddee!
@awolamdihun9057
@awolamdihun9057 5 часов назад
Aduukoooo kkkkk
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176 3 часа назад
Obbo Habtee gara Sirbaatii hin deebi'iin Ilaa dubaatii gara isaa atii dhiisteeti sii deebisuuf seexannii karaa Hirriyyaa kara namaa jaallattuu sittii dhufaa jira dammaaqii. Mat. 10:34-39
@AbdiKedir28
@AbdiKedir28 3 часа назад
❤❤❤
@adugnafetena618
@adugnafetena618 5 часов назад
Gingilichi
@MuktarJorro
@MuktarJorro 6 часов назад
Welcome ❤
@oliyadsori1835
@oliyadsori1835 Час назад
Dandeettiikee keessaa inni guddaan amala gaggalagaluu qabaachuukeeeti!
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 3 часа назад
bishaan liqimsii mee qoonqoon sii tatarsaa
@sabaliddi5542
@sabaliddi5542 5 часов назад
Waqqayoo loolaasanii hadhabuu
@Hawai-h3w
@Hawai-h3w 4 часа назад
Malif siribita atii nama gamachisura waqayyoof jirachu hin wayuu amma basataridha sin jena mo sirabadha jenaka
@HbdHhd-uz2sm
@HbdHhd-uz2sm 4 часа назад
Galatomi ❤
@lammaaalamuu
@lammaaalamuu 5 часов назад
Alba'aa wahii qarshiituu akkana si godhaa jiraa atii osoo sabaaf quqamuu osoo hin taanee
@JiroAmenu
@JiroAmenu 4 часа назад
Fuchii hadhake haa gingilchani farse bula
@misganafikadu168
@misganafikadu168 3 часа назад
baay,ee na gaddiisifta dhiroo
@mersonabdisa4394
@mersonabdisa4394 56 минут назад
ኢሬቻ የመንግስት ሰራተኛ ባህል ብቻ ነው።
@teguaasefa7977
@teguaasefa7977 29 минут назад
😂😂😂👌👌👌👌👌👌👌
@Sagni_Graphics
@Sagni_Graphics 4 часа назад
🥰🥰🥰
@amadinabrahim8473
@amadinabrahim8473 3 часа назад
Gararaa atii dhugaa fakkeysituu
@essraaessraa8380
@essraaessraa8380 5 часов назад
Akka bara darbee ijoolle akka diichirra in bulchine dhaamsi keenya kana oromoon lafa oolanirra lafa bulantu caala jedha
@NuurHassen-j4h
@NuurHassen-j4h 2 часа назад
Du'aa jiraa fakkaatu furrii akka keetii kun afaan kiyya dubbachuun hedduu nagaddisiisa
@ChalaGelalcha-rq4hp
@ChalaGelalcha-rq4hp 3 часа назад
Habte yaannikee gaariidha garuu adaraa of eeggadhu waayee Saba keenyaa dubbadhu maaliif marroonis guddaa keenya Abiyyis guddaa keenya kanaaf adaraa nagaa itti nuuf himi.
@sabaliddi5542
@sabaliddi5542 5 часов назад
Oromiyaa loolii hadhabatuu
@AbdiIkram-d4c
@AbdiIkram-d4c 25 минут назад
Kijibdu
@AbdiIkram-d4c
@AbdiIkram-d4c 25 минут назад
Kijibdu
@mamaadkadir2879
@mamaadkadir2879 2 часа назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@YadaanooAmaannoo
@YadaanooAmaannoo 5 часов назад
Abba garattii atti
@bekeleadugna7259
@bekeleadugna7259 28 минут назад
1111
@DaanJfguddee
@DaanJfguddee 5 часов назад
Nama akkakee Afuuftuu hin dhalannes,hin dhalatuus.....
@awolamdihun9057
@awolamdihun9057 5 часов назад
Kaadireen hojii ishee elaaltee farsee bultoota
@BekanAlemayehu-bj8zq
@BekanAlemayehu-bj8zq 4 часа назад
Abiy erga ati biyya galtee aangootti dhufeeyii sumarraa dhagahaa turreem waa'ee Abiy yeroo ala turte yaadadhumee maaloo ykn irra deebi'ii dhaggeeffadhu waan jechaa turte dhiiro kkkkk safuuuuu!!!!
@junedhusen
@junedhusen Час назад
Hatee karaa nagaadha gallee yeroo karaa nagaa filannuu nu ajjeetani fakkeenyaaf BAATEE Urgeessa bosonatti du'e moo?
@gudisawakgari6122
@gudisawakgari6122 2 часа назад
Qalqala.
@Hawai-h3w
@Hawai-h3w 4 часа назад
Atii garruu abataamu wanati gotuu kun dhuguman waqayoon gamachisaa jetet yada
@AbdiIkram-d4c
@AbdiIkram-d4c 26 минут назад
Gantu
@NaimaaAmaan
@NaimaaAmaan 4 часа назад
🤪🤪🤪🤪🤪🤪🤪
@addoyye
@addoyye 3 часа назад
Gafii oromoo namni oromoo tokko masaraa seenudha moo oromoon oromiyya irrati nama ofii filaten buluu qabadha?😂Hay farsee bultota😂 Sanyiin kayyoo diigaa kessani galmaan gahuu dadhabnan VOA ti kan haala mijjessef qaama Mootummaa akka jedhan ati hin dhageenye moo nama hundaa doofama akka kee seete😂 Isaa bira ammo ati finfinne teete qubaa marroti qabda nafxanyaan warra kee kiraamu,gidda ayyana fii gandoota biroo kessati morma murtee gondar galateni irrati sirbiiti😢 Shimaliis osoo oromoo bulchuu gandaa isaa kessati nafxanyaan mana wajjin ummata isaa gubdii 😢 Dangaan oromoo walaggan gandooni heddu shawaan gandii baayee werarameera Isiin farsooni waayee lafaa oromoo kana hin dubatan yoo dubatanis gatii kessan bektuu. Nafxanyaan ammo kan ijaree hangaa jijjigati bobasuu dandeenya kan jedhee marroo nan jechuu hin dandessu ani akka kee sodaf yoki garaa gutatuf nama namaa farsuu miti waan ta'efi Xumura irrati isin duris osoo wayyane waa isini goote akka isin oromoti quba qabdan hubadhe garuu wayyanne baruumsaati hajjomti male dofaa hundaa waliiti qabdee saba irrati balaa gizee hin goone😂😂✋
@misganafikadu168
@misganafikadu168 3 часа назад
waan Angar Guuteef Naannoo Ishee Keessa jirtuu Angaa Wajjiira Pireezidantit iyyiine dachaabne Amaaran qabaame jira Badiiyaf Magaalan Oromoo
@addoyye
@addoyye Час назад
@@misganafikadu168 Wallaggaan kessa hin beeku garuu akka namoota nannoo sani irra dhagayeeti gandooni 20 jalatii dhiyaatan Fanoon qabamu fi loojistiki waraana fannoo akka tate dhagaye. Kun waan heddu nama dhukubsu baraa farsee bulan oromo biyya bulchaa nun jedhu kessati gandii hangana bayatu samamun Wallagga qofa miti Shawaa , karaayyuu sabameera. Fannoo fii OPDO angoo irrati wal dhabdee malee oromo diigu irrati tokko Kanaf ragaan bulchaan OPDO Abiyyi fannoo hangaa Somaliyaati bobasuu dandenya jecha ture… kana qofa miti shimalis Maqaa shanee baleesinatin motumma nannoo amaraa miliyonna 50 kennefi afeere. Wallagga ni samamti shawaan ni samamti dhalaatonni gandaa kana yaate garuu oromo biyya bulchaa nun jetti. Garaa irra du’anif Gurraa du’un fafaa jedha yoo mammakku warri bahaa fi kibba bahaa biftuu😁
@AbdulhafizTure
@AbdulhafizTure 6 часов назад
ℚ𝕒𝕩𝕒𝕝𝕖𝕖 𝕜𝕖𝕟𝕪𝕒𝕒 𝕙𝕒𝕓𝕥𝕖𝕖
@JamalJamal-x4n
@JamalJamal-x4n 14 минут назад
Maa.oduu.bayataa.yeroo.bayee
Далее
🛑самое главное в жизни!
00:11
Просмотров 89 тыс.
"Waan hundi yeroo qaba" Siinboonee Hangaasaa
19:45
Просмотров 54 тыс.
Matta'aa Fudhatte mitii!!
1:01:19
Просмотров 61 тыс.