Тёмный

Jaalala Natti Qabsiise Bade 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 12 тыс.
50% 1

0937386564 Telegramin Xalayyaa Keessan Kallachan Kaawwadha

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 107   
@ummu.zuberiisabahanioromo1792
@ummu.zuberiisabahanioromo1792 3 года назад
Haradhaa nama 4 tayyee ilalee mee like itii nafii Robosa oromo ko namii Akkaa ko oromo 24 jallatuu
@obsewallagga6957
@obsewallagga6957 3 года назад
Soba dubatani jalatamura dhugaa dubatani jibabamu wayya abshir 💕💕💕🙏🙏😖😖😖
@madinaa1452
@madinaa1452 2 года назад
Yaa oboleti tiya dhugaa raabi sena kun anaf taha guda galatomi Qaali garu aka yada koti dhisi obsii iraafadhu kaan kee hireen raabi biraa jiraa abshir Laamii koo 💘
@biqiltuuwarrashawaa2026
@biqiltuuwarrashawaa2026 3 года назад
Tokkoffaa. Like Me Oromoo Koo
@khanalain3733
@khanalain3733 3 года назад
Irri.gutte.hojjikke.hojjedhu.irra.kadhattani.fanna.jirachu.hidadahamu.gokUMa.
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 3 года назад
*Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffffiiiii 😭😭😭😭😭 Yaaa Namaa enyuutuu Amanamaa lataa ijoo Obbolesii ofiis Akkasii Namaa Godhaa Yaaaaaaa Waqayoo Atii Nagaa busii Abshirii Waqayoon Wantaa siif qopheseeruu qabaa hadhokoo🤲🤲🤲🤲obsaa Sifaa kennuu*
@abuabdallaa8424
@abuabdallaa8424 3 года назад
Uuuuuffffff har,a hin Gadda uuuuuuuufffff yaa jaalaala
@obsewallagga6957
@obsewallagga6957 3 года назад
Obsa sif haa kennu waaqayyoo soba dubate jalatamura dhugaa dubatte jibabamu kee wayyo kan muddanno kee wajjin sii jalatu sif haa kenu 🙏🙏🙏
@abuabdallaa8424
@abuabdallaa8424 3 года назад
Jaalaala keessatti waa tokko beekuun dirqama nama hundaaf dhaamsa koo 1ffaa jaalaala dhugaa kan inni si jaalatuu kan atillee jaalattuuf gaddi ( sababa isaa)jaalaala dhugaa waan ta,eef,,2ffaa, jaalaala keesatti kan ati jaalaattu kan inni si hin jaalannef hin gaddin (sababa isaa) jaalaala dhugaa miti yookaan jaalalli keessan wal hin madaalle waan ta'eef ,,,,,,,, --------namni jaalalaan baacu guutu umrii ofii osoo osoo osoo osoo osoo osoo osoo osoo osoo tam jaaladha jedhu umrii ofii fixa waan ta'eef . yoo ballleesse dhiifama lammiiwan koo isin s jaaladha lammii oromoo saba koo
@hawwiijaalmarroo430
@hawwiijaalmarroo430 3 года назад
Gamee koo nuf jiradhuu❤️❤️❤️❤️❤️💚❤️💚oboleti koo sif rabin obsaa sif haa kenu garuu obolesaa koo hin jedhin dinikee kanaa caluu hin jiruu obsi carakee hin dhabduu akasumaa mucakee karaa itin gargartuu barbadi mucakee halaa garin jirachifadhu wan qabduraa bpdaa si gabisifti 💔💕
@siifanidame7313
@siifanidame7313 3 года назад
Oboletii koo kun siif hin ta.u dhisi kan caran siif kene walin jiradhun jedha .dhiri dhibi tokko yoo deme dhirii dhibi tokko akka dhufu beku qabda .jalali qixedhan wan ta.ef ati qofti jalatef hika hin qabu kan obsiti cara kee egadhun jedha . Itala biyya koo
@alimakumbi1373
@alimakumbi1373 3 года назад
Obboleeti koo kun obboossaa hin jedhiin Dinaa koo jedhii . Kan carraa keeti hin dhabduu dhiisi obsii Nama si jibee atis jibii 💓💓💓💓💚💚💚💚💚💚💚
@gexeemuluu8952
@gexeemuluu8952 3 года назад
Yaa obboletii koo dursa ati jirenyaa kee kesatii namaa kamuu sif nurtesu hin danadau kani dhufaa ketiti inii Lamafaa imoo qamani hin betuu wani tokkoo yoo jalqadu wani Lamaa yadduu qadaa insi wani jiradha wani wajin hin jiradhu jetee yadduu qabada durayuu inii si hin jalanee ossoo dhugani si jalatee akkanaa sin hin jedhu yuu namini dhugan nama jalatuu wani huddaa kee jalachu qaba ati imoo hin bilbilnifi sirmaa bilbila ketira balesi akkaa isa hin yanefi kadhan godhii mazamur wantita si bashasi hedutu jiraa
@ofinbontuuintalaaoromoo4209
@ofinbontuuintalaaoromoo4209 3 года назад
Namani amaa jedhee hin gahuu obsi hadha koo welcome gamee kenyaa 😘😘
@halimaadhami1638
@halimaadhami1638 3 года назад
Dhifamawojjin anis dubarti akka kessaniti isin dubartiin dursitanii dhiraaf onne kessan hin keninaa kunoo dhumni isaa mataa bowwudha!!!!
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 3 года назад
Kun obbolesaa maali dinnaa kitti male argaa obbolesa akanaa raabi siif haa laafisuu obboleti koo wayi cara keenyaa yaa shamaran😭😭😭😭💔
@obsewallagga6957
@obsewallagga6957 3 года назад
Ananiyu na ajjibe maayini obbolesamo kun xalata male hadhon gaara tokko keessa bahe akkamin akkas nama godha icci😠😠😠😞😞😞
@aberukebede9754
@aberukebede9754 3 года назад
Jalalihi wala qixaha akuma dubarati bay'e jirituhu dhirihi bay'e jiraha homa hini dhiphatinihi kana waqayo bidene kesaha walitihi isinifi cabasehe lafumaha jiraha abashirihi oboletiko samuhu kehe tasagabesihi kana waqayo sifi ebisehe lafuma jiraha
@zinapf6656
@zinapf6656 3 года назад
Dhugaadha nama jaallan dagachuun ni ulfaata waaqa kadhadhu amntaa keetin kan si furu isa qofa lakkofsa isaa suura isaa ufirraa ballesi adeemsa keessa si dhiisa gaarumman saa qaaman wal hin beektan
@Max-ei3kq
@Max-ei3kq 2 месяца назад
Yaa rabbii
@galanygalany5069
@galanygalany5069 3 года назад
Baagaa naagaani dhhufitee gaamee
@imaalillahwanileefirakhiuu6342
@imaalillahwanileefirakhiuu6342 3 года назад
Amshiir rabbii sii haa basuu kan akkàa
@kalimzaouk493
@kalimzaouk493 3 года назад
Bagaa naga dhufte gamee
@pantotouma7906
@pantotouma7906 3 года назад
Well come gamichis Waqayyo si haa gargaruu garuu bayye ulfatadha garuu wari dhira yoo durse nama jalte mee warani shamarin dursani yoo jaltan ykn dursani yoo sirrati bekani kan ofi ququbsu toko lama hin qabu ykn hin barbadani
@jamilkainy762
@jamilkainy762 3 года назад
Gamee keenya Galatoomi wly 😍😍😍❤
@alimakumbi1373
@alimakumbi1373 3 года назад
Ayi yaa jalaala yoman seenaa kee dubadha lataa 💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙
@aayshaatolaa336
@aayshaatolaa336 3 года назад
Kunii siif hin ta'uu obbolleeti koo dhiisi ofirraa kan siif jedhe rabbiif siif kennaa
@siifaan3349
@siifaan3349 3 года назад
Anan kan na dhiibee Shawan Lixaa jaalala hin beekanimoo maaf badanii😩😩😩😂😂😂😂😂😂😂😂
@sabotuoromouae3871
@sabotuoromouae3871 3 года назад
Yaa oboleti too hin gowomini osoo jalala dhuga sif qabate si isuu kani waqayoo saplipati si hike kani sif jedhe lafa jiraa daiimaa ka.e waqayoo sif haa gudisu jalali ka.e qofiti gaha miti wali madalu qaba sena ka.e garu lapee 💔💔
@sabontushawa2939
@sabontushawa2939 Год назад
Uuuuuufffff malii obbolesi akkasi
@mastuukatamaa6033
@mastuukatamaa6033 3 года назад
Anaa dhufuu Gammee jabaa keenya Abbaa barumsaa guddaa, akkasuma gorsii kees nama suphuu hayyuu keenya jiraadhu ❤💚❤💪
@walif9465
@walif9465 3 года назад
sistuu jala muure sitti himee jiraa waan taheef,jireenya kee jiraadhu,biyya ormaati galtee mucaa kee jaalalla haadha kenamuufi qabuu kennif guddifadhuu,yaada kooti,.
@kwtkwt5420
@kwtkwt5420 3 года назад
Waan caarraa keetii hin dhabduu wojjiin hin dhiphatinii oboleti koo hiriyyaa gara biraa yoo rabbi siif hiree wojjiin jiradhuu
@ahmedpbug8513
@ahmedpbug8513 3 года назад
Nama jaalataan dagachuun hin ulfataa rabbii sii haa gargaruu
@ghadichender5281
@ghadichender5281 3 года назад
Uuuuuuuuuuuffffff jiruu shamaraa
@zawuditu6012
@zawuditu6012 3 года назад
Wel come gamee kenyaa
@misiramohamad4256
@misiramohamad4256 3 года назад
Duraa ofii jiradhu ofii jiririi achi Bodaa obosaan egii Kan sihii jalatuu
@ambaraambara6351
@ambaraambara6351 3 года назад
Jaabaadhu wani rabbiini sifi kaye hin dhabdu jaajabadhu namani sobsa qabu wabaye harga
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 3 года назад
Wel come Oromia 24 baga nagayaan dhuftee sanyii koo ❤❤😍
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад
Miskina too Abshirii Abshirii hadhoo koo hireen qodaa rabbiiti kan waqayyon sif kenu egadhuu 💞💞💞💚❤️💚💓💓💓💓🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@simbooshawaa3847
@simbooshawaa3847 3 года назад
Wayyoo lubuutoo Abshirii hunduu nidarba obsi jalaali niulfaata garuu nimo'aata hundayyu kanaa siijalaatu niargaata eenyumaa kee walini inni immo hojii isaa yaakeenuf ati jabaadhu biyyaa kee gali jireenya kee miidhagsi jaabatufi obsa qabeeti tahi jireenyi itti fufaa duraa kee tureef deeme
@gadaasystem7105
@gadaasystem7105 3 года назад
Yaadakee dhumarratti nuuf qooduu maaf dhiifte?osoo nuuf qooddee dhiifama please
@ayyaanjamal2935
@ayyaanjamal2935 3 года назад
Abshir hadha koo 😥😥😥
@እግዚአብሔርፈቅረነው-ደ4ተ
𝗕𝗮𝗴𝗮𝗮 𝗻𝗮𝗴𝗮𝗱𝗵𝗮 𝗱𝗵𝘂𝗳𝘁𝗲 𝗴𝗮𝗺𝗲𝗲🥰
@rozahuseenarsii9808
@rozahuseenarsii9808 3 года назад
Ati durumaa jarsaa yeroo Argiitee sanii maliifii jalaa hin badiin oboolesaa ke jalaa
@madiinabintislammadiinamad1157
@madiinabintislammadiinamad1157 3 года назад
Anis akkasuman jedhe yeroo sana utuu jalaa badde ta'e kuni hundi hin jiru ture 😭
@samuyyeenegnfans8056
@samuyyeenegnfans8056 3 года назад
Rabbii wani hundafu obsaa sifa haa Kenu obbolletti too kan rabbi sifi kane hin hafuu
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Cubbuu Mucaa isaa duraati ergaa waaqayyoo Sif kanaa garaa kee Sif haa kennuu game koo Galotamii
@MM-ek5br
@MM-ek5br 3 года назад
Daggachu Qabda Giddumaan
@bassaashano6725
@bassaashano6725 3 года назад
Welcome Gammeechisii tashee jabadhuu seenaa guyyaa gayyani nuffii qiddeessittaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sinboot9110
@sinboot9110 3 года назад
Bagaaa naganii dhuftee oromyiaa
@Sarakhan-ns7me
@Sarakhan-ns7me 3 года назад
Kun salphadh anaf nama sii jalatee jaladhuu nama sii jibbee jibbii kanafii hojii kee waan mana bate jabadhuu hojadhuu yoo ati nama hojii tate mulatee abbaa barbadeeti herumuu dandessaa ijannoo kee jabeefachuu qabda kan har,aa osoo hin kan booruu dhufuu callaa
@fozefoze2494
@fozefoze2494 3 года назад
Dhugaa ket
@bontuushamaraansalaalleeor9695
@bontuushamaraansalaalleeor9695 3 года назад
Dhugaa jettee galtoomii
@jimmittii3431
@jimmittii3431 3 года назад
Obbolettikoo obsi male dhiirri tokko sin barbaadu jedhee yeroo tokkoo erga sittimee booda lama Akka sitti himu Eeguu hinqabdu eyyen nijabaata Nama jaallata dhabuun kamiifuu wanti gootu hinjiru dhiirrii gaafaati dukaa cinqamte ittuu si harkaa BADA waanta,eef dhiisi jireenya mataa keetii jiraadhu abshir kan waaqayyo siif qoode hin dhabdu
@tiruneshbedane5285
@tiruneshbedane5285 3 года назад
Welcome Gammee keenyaa,Obboleettii koo dhiraa hin hordofiin
@biqiltuuwarrashawaa2026
@biqiltuuwarrashawaa2026 3 года назад
Baga Nagaan Dhufte Gammee Keenya
@borhanaborhana7231
@borhanaborhana7231 3 года назад
Well come
@sinkeesinkee910
@sinkeesinkee910 3 года назад
Noorii gammee koo
@ahmedpbug8513
@ahmedpbug8513 3 года назад
Abshir mucca off Jajjabesii kan rabbii jedhe mallee kan nutii yanee ta'uu😥 Nama sin jaalane jaalas hin figiin kan sii jaalane nama jaalatu yeroo argate sii darbun issi wan hin ollee🧐 Carraa garii sif hawwaa kan dhufuf😘
@ayelecheth8087
@ayelecheth8087 3 года назад
Obsii oboletii koo dhiraa gatudhaa kan Waqqayyoo sifi keen egii obsii godhuu malee ofitii hin harenii daimaa kee Waqqayyoo sifi yaa gudisuu
@caroleleondarides613
@caroleleondarides613 3 года назад
Jalalaalli baraa silanaa utalloo tahee naan jedhiikaa yaa waqakoo🙄😁😒
@salehamustafa950
@salehamustafa950 3 года назад
Game baga nagan dhufitee Gifitikooo Senan kee baredadha Rabiin dafee jarisa sanabira cara biya alla demutin sira fagesera ykn fagateta sun sena daribedha Amamoo jalalen ati iti dhihate naf taha jate Akka ati jalaten bare sira fagatera isayumo biya orimat hin hulifata Atahu male jabachun kee dayima ketif baribachisadha Dafite erafachu hin danidesu Garu barefama ykn wan isa siyadachisan hunda ofi bira balesi ofiketif Yeroo kenin sana boda hin errata Rabiin kan isa chalu sif kena Dogogorite esan erafadha jate akka nama biratin hin dubane adara yoo kana gotee dogogora cima kesa senita uuuuuffff hin jabata Rabiin sihagarigaru
@birutkaanburtalemaa1279
@birutkaanburtalemaa1279 3 года назад
Well game ,obboletti ko obbssan eggadhu waqayyo kan ofi barbaduu waliin siya jirachisu hin dhibatin nama ati jalttu dhabdus namni si jalatummo ni jira ta'a 👆🤲🤲🙏
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад
Welcome Gammee Sabbona Oromoo 💞💞💞💞💞💞🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@asterphonetastic4678
@asterphonetastic4678 3 года назад
Antu dura lalee 😍😍😍💕💕
@rahimaahmed7123
@rahimaahmed7123 3 года назад
Ayi jallalla yoman sena isi dubadha
@zamzamhajji6495
@zamzamhajji6495 3 года назад
😭😭😭😭😭😭Oboletti koo rabbiin obsaa sifi haa kennuu
@ambaraambara6351
@ambaraambara6351 3 года назад
abshiri
@chaltochalto5200
@chaltochalto5200 3 года назад
Ya oboletii too ati abbuma mucaa ketiti debii walii jiradhuu mucaa lamata si jalalee kuni dhugaa qaba Nama dhirsaa qabu akkamti jalachuu dandaa silaa isatii hin lalamuu kanafuu caraa keti wan ta'eefi isuma duraa waliin jirachuu si wayaa
@leliistuuoromoo4423
@leliistuuoromoo4423 3 года назад
Rabbii sirraa haa qabbessuu kaa🙄
@fooziwolleegga8902
@fooziwolleegga8902 3 года назад
welcome gaame keenyaa
@kadiijakadi6346
@kadiijakadi6346 3 года назад
Obooollettikoo.namaa.fbn.barttee.eraadebii.i
@bizunesh1228
@bizunesh1228 3 года назад
Abishir mucayo biya koo
@gannathgannath4987
@gannathgannath4987 3 года назад
🤔🤔🤔😔😔
@sifaamamiyyee3306
@sifaamamiyyee3306 3 года назад
Hayyyyyiiiiii Miskinaa too
@hceshces6088
@hceshces6088 3 года назад
Ijole dhumma dhiraa barakana mali gonna warii sene gamme dhagefatu inoo hakka hin midhamenef barumsa gaari nuf dabarsa jiraa ma onne kessan guttuma gututi itti latuu waqayo obsaa sif hakenu obsi kan irre ke waqayo sif kenaa fayya jiranan irre ke dhabdu
@iftutube9521
@iftutube9521 3 года назад
Wel come Gamachis
@tigistarsirobetube4820
@tigistarsirobetube4820 3 года назад
Siti toliche ati oto jarasa qabdu mafi nama bira jalata
@ethiopia9515
@ethiopia9515 3 года назад
Ergaa namá erume mucaa qabu hin barbaduu jedhe dhisi atis kan carra keeti barbadu jalala fb argada🤣🤦
@salyfoani8838
@salyfoani8838 3 года назад
Omaa mitti kan carraa keti hib dhabduu obsaa qabadhu
@almasalemu5487
@almasalemu5487 3 года назад
Hadhoo koo nama sii jibee jibii atis kun osoo sii fudheeyuu siif hin ta.u
@DesalegnTemesgen-d6x
@DesalegnTemesgen-d6x Месяц назад
Game annis senaaqaba
@aberashaberash825
@aberashaberash825 3 года назад
Well come gammachisi
@samsamer4458
@samsamer4458 3 года назад
hudumaa.yeroo.amaa
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 3 года назад
Welcome.gamee.kenya.❤❤❤❤
@sinbokoojesus6208
@sinbokoojesus6208 3 года назад
Safuu Kun Obolleessa Miti Dhugaa Dinadha Malee Mali Inni Kun 🤔🙄 Galatoomi Gammee ❤
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Mali Abboo isaa illee kunii dursaa situu ballassee mee turii koo malooo mee yeroo obbolleessa kee akkasi jedhuu sanaa didee In gallatuu turee matii keeti isaa iyyuu nama jaallatuu osoo qabduu akkasi goota atti mee 😢🤔jarsii Akkam akkasi si godhee hhhhh xiqoo fedhii keesi jirti dhisii hhh
@bortk3319
@bortk3319 3 года назад
rabbiin nama garii sifa kenu obboletii ko
@sifaansanbato513
@sifaansanbato513 3 года назад
Gamuko na dhufu😁
@dubaialain6213
@dubaialain6213 3 года назад
❤❤❤😍😍😍
@tigestnew6164
@tigestnew6164 3 года назад
😭😭😭🙏🙏🙏
@Obsii365
@Obsii365 3 года назад
Wel come Gammee
@ofiinboontuuintallaasalaal3584
@ofiinboontuuintallaasalaal3584 3 года назад
Kui oboleessaa kotii mafii jetaa dinaa kedhaa
@kibbuutube5663
@kibbuutube5663 3 года назад
Wel come
@caaltunaim5238
@caaltunaim5238 3 года назад
Maloo l.k.k keessan naf ladha?????
@Oromia24
@Oromia24 3 года назад
Video jela jira
@jamaneshbalay205
@jamaneshbalay205 3 года назад
Well come game kenyaa
@raamaramman4724
@raamaramman4724 3 года назад
Abishirii oboletii koo aka dhihitii hin hafuu
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
😭😭😭😭😭
@makiioro5993
@makiioro5993 3 года назад
Mali obolleesi akkasii!!
@gudwaytt4524
@gudwaytt4524 2 года назад
Mali.fi
@zamzamqasim2287
@zamzamqasim2287 3 года назад
bagaa nagaa dhuftee gamee
@ofiinboontuuintallaasalaal3584
@ofiinboontuuintallaasalaal3584 3 года назад
Kui oboleessaa kotii mafii jetaa dinaa kedhaa
@biree991
@biree991 3 года назад
😭😭😭😭
Далее
Ati Maraatuudha Naan Jedha
15:33
Просмотров 27 тыс.
Bareedduu Fuudheen Barerdinan Dhabe
11:08
Просмотров 7 тыс.
Eeyyeen Biyya Arabaatin Dhufe
12:34
Просмотров 20 тыс.
Diraamaa Afaan Oromoo Haaraa 2021
26:31
Просмотров 371 тыс.
Waadaa Ganeen Cubbuu Nyaadhe
12:31
Просмотров 19 тыс.
Dhuguma Sin Jaaladha
9:50
Просмотров 25 тыс.