Тёмный

Jaarsi Kiyya Intala Biroo Wajji Taphata: Dhaddacha Jaalalaa Doosee 8ffaa 

Nuuralhudaa
Подписаться 204 тыс.
Просмотров 27 тыс.
50% 1

Iyyannoo duraa.
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh. Akkam jirtan kabajamtoota qopheessitoota Radio Nuuralhudaa. Ani maqaan koo Qabsaawaa Islaamaati. Qophiin dhaddacha Jaalalaa baayyee bareedduudha. Haaluma Kanaan itti fufaa isiniin jechaa gama iyyannoo tiyyaatti ceha. Ani Jaartii bareedduu qaba. Akka lubbuu koottin ishee jaaladha. Isheenis haalaan na jaalatti. Garuu yeroo garii haasawan ani qoosaaf itti dubbadhu, dhugaa seetee namatti na jalaa himti. Fakkeenyaaf guyyaa gabayaa qarshii 100 kenneefii, kana hunda maal itti goota jedhaan. Isheen dubbii an taphaaf itti dubbadhu tana dhugaa gootee haadhaafi abbaa isheetti himti. Waan ani taphaaf sitti dubbadhu namaaf hin himin jedhee gorsee dadhabe. Akka zim hin jenne ammoo, Qoxqoxa ykn birrii hin baasu guraagee naan jedhanii maqaa na balleessan jedhee sodaadhe. Furmaanni kiyya maali. Wanti na gorsitan jiraa? Je’ee iyyate.
Iyyannoo 2ffaa
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
Ani maqaan koo Madiinaa - L - jedhama.
Aniifi abbaan manaa kiyya karaa halaaliin bultii jaarrannee wajji jiraachuu eegallee jirra. An haalaan isa jaaladha. Innis akkasumatti na jaalata natti fakkaata. Ani yeroo baayyee isa wajji gammadee taphachuu barbaada. Inni garuu yeroo an isa wajji taphachuu fedhu, osoma fedhii kiyya beeku ofirraa na dhoorga. Osoma an isa bira jiru dubra biraa wajji taphata. Yeroo telefoonaan haasoynus, akka an fedhutti na wajji hin taphatu. An nama biroo kan wajji taphadhu hin qabu. Inni na taphsiisuu hin fedhu. Mee maal naaf dhaamtan, furmaanni kiyya maali? Jaarsa kiyya kanaaf maal dhaamtan?
Iyyannoo 3ffaa
AS WR WB
Maqaa kiyya S. L jedhama
Haadha mana gaarii haalaa fi Ammalli isii na gammachisu qaba. Haalaan wal jaalanna. Nu lameenuu maatii keenyas walii kabajna. Garuu jaartiin tiyya tan akanatti wal jalaanu tun bareedina na boji’uu fii na Hawwisiusu hin qabdu. Hoggaan isii wajji haasawu, haalaan bareedda jedhaan. Jaartiin tiyya taan haalaa amala gaarishoo tun, baayyee baayyee baayyee furdoodha. Kilograama 100 ni caalti. An garuu K.G 52 qofa. An haalaan qallaadha. Yeroo karaa irra waliin deemnu walirraa hin bareennu. Mee furmaanni kiyya maali, waan qalbii tiyya woyyeessee jaalala teenya nuuf tolchu, waan isii tana natti bareechu naaf dhaamaa, murtii abbaan murtii natti kennu obsaan eeggadha.
Copyright: Nuuralhudaa Media 2022
Any illegal reproduction of this content will result in immediate legal action.

Опубликовано:

 

3 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 102   
@Nuuralhudaa
@Nuuralhudaa Год назад
Kabajamtoota hordoftoota Raadiyoo Nuuralhudaa, Sagantaa Soora Qalbii guyyaa har'aa hin dhiheeysine. in shaa Allaah torban walitti deebina. hangasiif dhaddacha jaalalaa doosee 8ffaa kanaan booharaa. Sheer fi LIKE gochuu hin irraanfatinaa. Galatoomaa!
@makkiamk5399
@makkiamk5399 Год назад
Farihaa lubbu
@bahargobbeofficially430
@bahargobbeofficially430 Год назад
Sagalee Nama Tokko Bekku Dadhabee Garuu Gazixxeysaa OMN Mohammed sirac Natii Fakkati
@rinutube
@rinutube Год назад
Iyyanon essan ergatamaaa adaraa
@hussainabduselam6797
@hussainabduselam6797 Год назад
Abshiiruu isinnii wojiniin jirraa
@sufianhamid59
@sufianhamid59 Год назад
L0
@nurraaomaromar6038
@nurraaomaromar6038 Год назад
Marahabaa urjiwwaani Dini islam Anna dhufuu isini jennee
@raxmacumar8742
@raxmacumar8742 Год назад
Maashaa Alh ♥️☝️🤲🤲☝️ maashaa Alh dubii ajaibbati galaatoma
@nasruuibraahim2349
@nasruuibraahim2349 Год назад
Maashaa.Allaah gorsaa bareeduufi regaa guddoo uf keessaa qabaa galatoomaa
@uhguifhj5522
@uhguifhj5522 8 месяцев назад
As.wr.wb.mashallaa.mashallaa.Jajabadhaa..Rabbi.isinrraa.Hajalatuu💔💔💔💯💯💯💯💯💯✅✅✅✅💘💘💘💘💘
@abdrzaqalhbhi6194
@abdrzaqalhbhi6194 Год назад
Ulfaadhaa Rabbiin isin haa tiksuu Rabbiin sadarakhaa kessan ol ha feedhuu jezaa kessan Rabbiin milkii biyya Lamaatiin isiin ha Gammachiissuu❤💚❤
@hasenhiko8969
@hasenhiko8969 8 месяцев назад
Sagaantan akkan namaatti tolu mashallaha tabarakallaha rabbin isiin haa jabeessu
@SalmaSalma-no5yv
@SalmaSalma-no5yv Год назад
Mashaallh mashaallh mashaallh tabaaraakallah Jazakaallahu keranii
@UmmiiBilaaliAishaKadiir
@UmmiiBilaaliAishaKadiir 2 месяца назад
Wa'alleykumsallam worahimatuullaahi wobarakatuhu maashaallaah Rabbin isiin irra haa jallatu jazakullahu keyranii aallahamudulillahi yaa Rabbii
@hussainabduselam6797
@hussainabduselam6797 Год назад
As wr wbt ahleen andhufu dhihadhaa
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 Год назад
AS WR WB mashaa Allah jabaadhaa waan hedduu isin irraa barachaa jirraa!💙🦋
@kadezenu7042
@kadezenu7042 Год назад
Mashallaah tabarkalaah
@mdarju417
@mdarju417 7 месяцев назад
❤❤❤❤ masha alaha jabadha obalewan ko
@fayidaaali9077
@fayidaaali9077 Год назад
Ws wr wb jazak Allah khair
@oromobetsti7278
@oromobetsti7278 Год назад
Maasha aallah yaa rabbii janataa kee nufii kennii 😭😭😭😭
@aminakamala2925
@aminakamala2925 Год назад
As wr wb mashaall Allaah tabarakala Rabin halafisu
@SamirabitiQasimILovemyQurnikar
@SamirabitiQasimILovemyQurnikar 8 месяцев назад
wl wr wb mashaa Alhaa❤
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 Год назад
WL WR WB Mashaa Allaah obbolleyyaan kiyyaa kan akkana jaladhu aksuma ustaaza kena qaalii ustaaza Muhammad wado umrii nu dheradhaa hamtuun isaan argan JZK
@abasjemal9264
@abasjemal9264 3 дня назад
Saalalahu Aaleyhi waasalem 😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zedinuradinzedinuradin348
@zedinuradinzedinuradin348 Год назад
mashaAllah rabbin isinira ha jalatuu
@misraAhmed-kv7vb
@misraAhmed-kv7vb Месяц назад
mashallha mashallha ❤❤❤👍👍
@AyanaNuura
@AyanaNuura 3 месяца назад
As wr wb kabajamtoota qophesitota qophii dhaddacha jaalala yaadan qaba eysanin is isin arkadha
@leyilaaaliyyii4124
@leyilaaaliyyii4124 Год назад
Welcome nuraalhud soraa onee
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
وعليكم اسلام ورحمة الله ماشا الله اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد
@Oroomoo11
@Oroomoo11 Год назад
Namichii furdiinaa jartii ofii himuu sunii Rakoo qabaa kkk
@ashash9382
@ashash9382 Год назад
Madiin Aba warrkee Sin jaallttuu
@jitumustefa6566
@jitumustefa6566 Год назад
Masha.alllaa.baga.nagan.nudhuftan.rabbiin.isinira.hajallatu.akumakanan.iti.fufa
@samerraamera2213
@samerraamera2213 Год назад
Maashaallaah tabarakallaah
@tibatiba5778
@tibatiba5778 Год назад
Mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah Taabaaraakaala Taabaaraakaala Taabaaraakaala rabbiin isiin irraa haa jaallaattuu isiiniilee haa jalaatu inshaallah jaazaa keesaani rabbiin Gudaani isaanii haa debiisuu inshaallah waani keesaani rabbiin haa dubaatuu inshaallah urjjiiwaanii diinii rabbii
@intalaaarsiishkiraa9784
@intalaaarsiishkiraa9784 Год назад
Walleykumsallam warahmatullahi wabarkatuhuu Sallallaahu Aleeyhii wassallam ❤️ Mashaa Allah TabarakAllah Jzk keeyran
@kamillaaabdallaa888
@kamillaaabdallaa888 Год назад
Mashaalllaa mashaalllaa Tabbakkalla Tabbakkalla Tabbakkalla
@yussraamedia3452
@yussraamedia3452 Год назад
Shamaran kenna isport dalagaa shep Qammaa kessaan siressaa
@mrindia2422
@mrindia2422 Год назад
Wallekumasalam waramatullhii Wabarakatuhu mashllha mashllha Tabarakallha 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@tibatiba5778
@tibatiba5778 Год назад
Sallaallaahuu Aleeyhii Waasaallaamii sallaallaahuu Aleeyhii Waasaallaamii sallaallaahuu Aleeyhii Waasaallaamii sallaallaahuu Aleeyhii Waasaallaamii sallaallaahuu Aleeyhii Waasaallaamii sallaallaahuu Aleeyhii Waasaallaamii
@aishaaisha9854
@aishaaisha9854 Год назад
Waleykumuhu salaam worahamatullah wobarakatuhu wel come jabadha itti fufa 🥰👍
@kadiiraman9753
@kadiiraman9753 Год назад
Mashaa Allah
@raxmacumar8742
@raxmacumar8742 Год назад
Rabbiin işiin haa jalaaltu❤❤❤❤❤❤😂❤❤❤❤❤❤😢😮😮❤❤❤❤😂 əalahii ənaa ajaa.ibba
@boontuubilisummaa8021
@boontuubilisummaa8021 Год назад
Wel came to back💓💓
@habibahabiba2873
@habibahabiba2873 Год назад
صلى الله عليه وسلم
@muhajirabdusalam8625
@muhajirabdusalam8625 Год назад
WA WR WB Mashallah Rabbiin isinirra hajaallatu jabbadhaa
@saadu7901
@saadu7901 Год назад
As wr wb mashaallaa maashaallaah tabarakaallaah rabbiin isiin irraa haa jalatuu hundaa keessaanuu 🙏💛💛
@saadu7901
@saadu7901 Год назад
Mashaallaah jazakallaahu kheeyraani 🥰❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@raxmacumar8742
@raxmacumar8742 Год назад
As Wr Wb Ngy naaf qabdan
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 Год назад
Ws wr wb akamai nagay
@billoboss
@billoboss Год назад
Masha Allah jabaadhaa
@yussraamedia3452
@yussraamedia3452 Год назад
Waleyikum asalam worahamatulah wobarekatu Sallallahu aleyih wasalam Masha allah rabbiin issin irraa hajalatuu radio Nural hudaa 💞
@nasru__oro
@nasru__oro Год назад
Ana waan naa hin gale jiraa
@aishateta3940
@aishateta3940 Год назад
As wrwb akami nagaya
@sufianjeylan5934
@sufianjeylan5934 Год назад
Mashaallah galatomaa ❤
@shamsiya-te2ho
@shamsiya-te2ho 3 месяца назад
Mashla mashla ija hafii rabin bekumsa kana oli sii haa keno
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 Год назад
Wa’aaleeykumsalam waraahamatullah wabarakatuhu
@muaazmuhiddiin2142
@muaazmuhiddiin2142 Год назад
As wr wb
@hawii7732
@hawii7732 Год назад
Mashaah allaah tabarakallaah 🥰
@addoyye
@addoyye Год назад
Welcome dhaddacha jalalaa ❤
@Nasrimustefa
@Nasrimustefa Год назад
Barnota gaarii dha wly
@tawakaltualahii9852
@tawakaltualahii9852 Год назад
Waleekum salaam warhmaatulaahi wabarakatuhuu maashaa,allaha mashallah tabaaraka Rahman mashallah tabaaraka Rahman mashallah tabaaraka Rahman mashallah tabaaraka Rahman rabbiin beekuumsaran beekumsa isiinif haa dabalu insha,allaha jazaakumulaahu keeyran barakalaahu fikum insha,allaha
@Hawii1657
@Hawii1657 Год назад
Please iyannoon eessaan ergmaa please
@abdusalamman8857
@abdusalamman8857 Год назад
As wr wb kabajamtota fi jaalatamtota qopheessitota nuura hudaa akkam jirtani baga ngh jirtani saganta keessani irraa barnoota heedu irra barata jira jzk rabbiin isnirra haa jalaatu umrii keessani nuuf haa tursisu inshaalla Akkasuma akka gaafti kaa isni gaafachu barbaadu Dirama ykn Aasoosama itti nuuf dabala jechuu barbaade
@roqualove502
@roqualove502 Год назад
Mashallah Mashalla💓💓💓💓💔💔💔💝💝💝💝💔💔💔
@jamiladallu4438
@jamiladallu4438 Год назад
Naaf erga hadra
@zeytunaateso6400
@zeytunaateso6400 Год назад
Mashaalaah Mashaalaah ❤
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 Год назад
Sallallaahu Aleyhi wassallam Sallallaahu Aleyhi wassallam Sallallaahu Aleyhi wassallam
@omanoman1650
@omanoman1650 Год назад
Maashaalaah maashalah ❤️
@hayuutube4565
@hayuutube4565 Год назад
Masha allha Masha allha
@SalmaSalma-no5yv
@SalmaSalma-no5yv Год назад
❤❤❤
@kamillaaabdallaa888
@kamillaaabdallaa888 Год назад
Wĺ wr wb mashaalllaa mashaalllaa mashaalllaa Tabbakkalla Tabbakkalla Tabbakkalla
@hebaniarsiinageleandgoljot2773
Sallaallahu Aleeyh wosaallam sallaallahu Aleeyh wosaallam sallaallahu Aleeyh wosaallam
@makkiamk5399
@makkiamk5399 Год назад
Wawrwb welcame Ilove you nural hudaa
@samiraaaliyyii4320
@samiraaaliyyii4320 Год назад
♥️❤️🥀😍
@MohammedAlrashdi-f6o
@MohammedAlrashdi-f6o 15 дней назад
❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰
@khadeejakhadeej5809
@khadeejakhadeej5809 Год назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@zuleykaabdela5012
@zuleykaabdela5012 Год назад
@muazamiin
@muazamiin Год назад
Mashallah
@WfffAfgf
@WfffAfgf 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤🎉🎉
@FaxumaaAmano
@FaxumaaAmano 2 месяца назад
🎉🎉
@tamekadir2280
@tamekadir2280 Год назад
🥰🥰🥰🥰🥰
@MisraTahir-fe5mv
@MisraTahir-fe5mv 5 дней назад
𝕄𝕒𝕤𝕙𝕒𝕝𝕙𝕒 ℝ𝕒𝕓𝕚𝕟 𝕦𝕞𝕚𝕣 𝕜𝕖𝕤𝕒𝕟 𝕟𝕦𝕗𝕚 𝕙𝕒𝕒 𝕕𝕙𝕖𝕣𝕤𝕦 ❤❤❤
@Roza-t4b
@Roza-t4b Месяц назад
❤🎉❤❤
@bintseyfubint2417
@bintseyfubint2417 Год назад
Namichi wa'e furdinaa asahu sun namni gafa bulti gadhatu ilmo argata gafa dahani kahanu qamni nama ni dabala achinu walirratti dahu dhisuf qoricha fudhatamaa sun bayye qama nama dabala kanafu irratti walin maryachu qabu male. gafa fudhu akkasitti furdo turtemo erga fudhe kaheyyi
@cikcsworld
@cikcsworld Месяц назад
w
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 Год назад
Zjk
@MahamudAdan-bl7to
@MahamudAdan-bl7to Год назад
J z k
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 Год назад
Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin 🤲😂☝️
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 Год назад
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah
@sufianhamid59
@sufianhamid59 Год назад
L
@khadeejakhadeej5809
@khadeejakhadeej5809 Год назад
😂😂😂😂
@FaxumaaAmano
@FaxumaaAmano 2 месяца назад
As wr wb
@rashedazakariya7417
@rashedazakariya7417 Год назад
❤❤❤
@MohammedAyub-i2l
@MohammedAyub-i2l Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@NureysAsefa
@NureysAsefa Год назад
❤❤❤
@fathimaaysha7640
@fathimaaysha7640 Год назад
❤❤❤❤❤
@SamiraMohammed-ss3le
@SamiraMohammed-ss3le 3 месяца назад
❤❤
@AmannuurManlinkaa
@AmannuurManlinkaa 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@لمىالعتيبي-ظ9ب
@لمىالعتيبي-ظ9ب 18 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Далее
Women’s Free Kicks + Men’s 😳🚀
00:20
Просмотров 1,2 млн
У КОТЯТ ОТКРЫЛИСЬ ГЛАЗКИ#cat
00:26
Seenaa: Intala Falfaltuu - Farhiyaa Aadam 2023
12:01
Просмотров 291 тыс.
qophii maaddaa haraashi
1:52
Просмотров 10 тыс.
RNH 761, November 3, 2022 Gaachana Islaamaa
52:26
Просмотров 31 тыс.
RNH 775, December29, 2022 Jaarmaya Bultii
49:03
Просмотров 18 тыс.