Oso Ana ta e jirenyi akkana yoo naa quname akka hadhaa mana Isa hadha ijole Isa qabenyasi haa qabatu haa dhabdusi akka walitti debihani araramani ijole ishee fi Abba mana ishee walin jirtani godha Akuma Kiya ishenis Abba mana ishee walin akka ijole ijolle ishee gudiftuin Abba mana koo gorsu fi jajabesuni dirqama Kiya baha 🎉🎉🎉🎉
😅😅😅😅😅😅😅 mali mal rakina qaba re gifit koya akotis alihmidulilha dhira miti dubaritinu maaloo rabin kan nama 2 yokn 3 yokan 4 sif keneme nan jedhu kanaf alihmidulilha abayan kiyaf jilibabinyi ko aksumas niqabin ko nfi hciqamu sin jedh garu anis yeron biya jiru akum keti nan rakade ture yeroyerodhan aban keko naman wolal ture yoo rabin jedhe anis nan eruma fani ishaa allha kuno waga kana nan eruma duwayi nafi godhaa gemiye wan denu siti himu baribada gara kara malitin sii arigadhaa lat??