Тёмный

#Yesuus 

JCP CHURCH
Подписаться 136 тыс.
Просмотров 680 тыс.
50% 1

#GulalleMekaneYesuschurch A Choir- kankee na dhiba
#TalileFikiru- Anaaf gadi buute
#MegersaBekele-Maalan deebisaaf maal jedhee
#AbebaTemesgen-Jaalallee koo

Опубликовано:

 

27 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 539   
@menaf77
@menaf77 Год назад
I’m Eritrean,Though I don’t understand a word l just cant stop listening. መንፈስ የተሞላ አምልኮ, ምነው እንደ አማርኛው ኦሮምኛም ባወቅኩ ብየ ተመኘሁ❤❤❤ እንዲሁ ቀጥሉ በቤቱ ለምልሙ የጠላታችሁን ደጅ ውረሱ ቅባቱ በእጥፍ ይጨምርላቹ
@lidotube14
@lidotube14 10 месяцев назад
AMEEEEEEEN deebifama❤❤❤
@newgenerationtube77
@newgenerationtube77 9 месяцев назад
Tebaraku enantem bebetu yanurachu
@TolawakTafa
@TolawakTafa 3 месяца назад
waqqayyoon isiin haa ebbisuu ebbifamaa
@vincentmureithi1747
@vincentmureithi1747 2 года назад
Great team let God be hailed from all nations he is worthy adored. Love from Kenya🇰🇪
@guyow766
@guyow766 Год назад
Tuko wengi kumbe..Ngoma zao 🔥
@hanahailu120
@hanahailu120 Год назад
​@@guyow766 😅😊😢🏒🏏🏏🏏🏑🏑🏑🏑🏑🏑🏑🎋🎗⚽️⚽️🎟🎟🎟🎟🎟⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️🎫🎫🎫🎫🎫🎫🎫🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎟🎗🎗🎗🎗🎗🎗🎗🎁🥈🥈🥇🥈🥈🥈🎁🥇🥇🥈🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🥈🥈🥈🥈🥈🥈🥉🥉🎟🎾🏉🎾🥏🏏⛳⛸🏒🏒🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥌🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅⚾️⚾️⚾️⚾️⚾️
@legesseadinew1121
@legesseadinew1121 Год назад
ቋንቋ ባልችልም በጣም ድንቅ አምልኮ ነው my god bless you All ♥️♥️♥️
@immabeettube5009
@immabeettube5009 2 года назад
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuffffff ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen ebbifaaaaaaaaaaaaaama ebbifaaaaaaaaaaaaaaaama dachaa ayyaanni gooftaa kanumaa caala dachaan isiinif haa ta'uu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@KTG200A
@KTG200A 2 месяца назад
Baayyee gaaridha waaqeffannaan waldaa kanaafii waldaa araaaraa baayyee hafuura namaa haaressa eebbifamaa❤❤garuu shamarran haala uffannaa fi rifeensa keessanii kana utuu sirreeffattanii gaaridha natti fakkaata
@tsihonem4752
@tsihonem4752 2 года назад
Uuuuuuuuffffffeeeee Yesus koo ulfaadhuu Waaqayyoo baraf jirenyaa keessaan Haa Eebbissuu Eebifammaa Eebbaa Waaqaf Lafaatini Eebifammaa dhugummaan farfannaa Lubbu namatti Mi,eessuudhaa
@gemechutasisa3987
@gemechutasisa3987 2 года назад
waaqayyoo gaaridhaam isiniinffaa nuuf kennee❤ eebbifamaa....❤
@itisforyou3121
@itisforyou3121 2 года назад
Waaqayyo Galatoomi. Reefun bakka sirrii dhufe!!
@rusasiraemmanuel4771
@rusasiraemmanuel4771 2 года назад
I love your songs and youslef this is love from Rwanda
@Sawa-l6k
@Sawa-l6k Год назад
It is not song worship of God
@RUSASIRAEMMANUEL
@RUSASIRAEMMANUEL 7 месяцев назад
Ok it's not songs is worship of GOD am understeng very well
@RUSASIRAEMMANUEL
@RUSASIRAEMMANUEL 7 месяцев назад
Am happy for that
@israelkanani8153
@israelkanani8153 4 месяца назад
Thank you
@MihretFeyisa-jc8gr
@MihretFeyisa-jc8gr 3 месяца назад
We love you from beautiful oromia❤
@amanuelbekuma1256
@amanuelbekuma1256 Год назад
Waaqayyo isin haa eebbisu. Isin meetii fi warkeedha, gatiin keessanis guddaadha. Hanga dhufa ilma Waaqayyootti haalota jiran hundumaa keesstti Waaqayyoof bitamtanii, of eeggattanii akka jiraattan ayyaanni gooftichaa isin haa golboobu.
@RebikaEyob
@RebikaEyob 4 месяца назад
ebbifami docter
@siifanbeenyaa9867
@siifanbeenyaa9867 2 года назад
Maal qaba hundu osoo dhagahe akka kooti itti ebifame jedhani haw'e ebifama hundumti keessani uuuuf Ameen Ameen Ameen ashuu yesuuse natti tolta 🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@amen943
@amen943 Год назад
Oromigna alichilm gin tabarikelehu tebareku
@gelatagetacho5709
@gelatagetacho5709 Год назад
Wan hundummaa caala isaa dhumma jireenyaa galgalaa keessan haa bareechuu waaqayyoo Amen!!
@kenod6301
@kenod6301 2 года назад
Waaqayyo isin haa eebbisu baayyeen ittiin eebbifame ebbifamaa!!!!
@urgessakebede4370
@urgessakebede4370 Год назад
waaqayyoo bara kessaan haa eebbisuu eebbifama!!!
@johnolika8254
@johnolika8254 2 года назад
Gooftaan iYesus Ayyaana isaa kana caalatti isiniif haa baay'isuu, Obboloota koo baay'een isin jaalladhaa.
@yobsankebede9120
@yobsankebede9120 2 месяца назад
Faarfannaa baay'ee bareedadha waaqayyo isin haa eebbisu
@bulibeyene8761
@bulibeyene8761 2 года назад
Ani kana waanan jedhu hin bekuu ruhiin na kessati hin hafnee farfanaa kessaniin samii kessa ooleetan deebi'ee Waaqayyo isin haa eebisu
@tsiongetachew2703
@tsiongetachew2703 2 года назад
ዘመናችሁ ሁሉ በቤቱ ይለቅ መስማትን ማቆም አልቻልኩም❤ ፀጋው ይብዛላችሁ
@senaytchelaa6262
@senaytchelaa6262 2 года назад
Ameeeen Ameeeen Ameeeen halheluyaa halheluyaa Eebbifamaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@merontaye8723
@merontaye8723 Год назад
Amazige WOWO GBU More&More ቛንቐውን ባላቃው ውስጤ እርስርስ የእየሱሴ ስም በእውነትና በመንፈስ የሚዘመርበት መንፈስ ቅድስ ይመሰክራል ሀሌሉያ
@obseatube1719
@obseatube1719 2 года назад
Uuufff dhaggeeffatamee hin quufamu! Barrikeessan haa eebbifamu abboo
@ayuadisu5528
@ayuadisu5528 2 года назад
Obbolota kiristos nuuf kenne❤️
@ribkachanyalew2692
@ribkachanyalew2692 2 года назад
Eebbifamaa Ammayyuu Obbolootakoo
@hawigebeyehu6554
@hawigebeyehu6554 Год назад
Ati callaan ulfaadhu barakoorratti Eebbifama GBU
@erfaseee3265
@erfaseee3265 8 месяцев назад
Uuuuuuuufeeeee yaa iyesusu ko Naatii toltaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ayyanii isaa isiinif haa dabalamuu kana callaaa❤❤
@magwhpilaanii
@magwhpilaanii Месяц назад
Waaqayyo isin haa eebbisuu. Hafaa Jiraadha mana isaa keessaa.
@Confirm-6430
@Confirm-6430 11 месяцев назад
Woqayo ijjolle isarratti ebba dhangalase ❤🎉🎉
@pastormisganafikadu3947
@pastormisganafikadu3947 2 года назад
Awesome Kana Caalaa Hojeedha Asuumarati Hin Dhabiinaa ! Christ Center Worship Christ In You The Hope Of Glory Love You Guys💝💐
@GaaddiseeDhibbaa
@GaaddiseeDhibbaa 9 месяцев назад
Uuuffee eebbifamaa maatii kiristoos!
@aklilubesha7697
@aklilubesha7697 2 года назад
Waaqayyo inni jiraataan badhaadhummaa harka abbummaa isaa irraa jireenya keessan afuuraa fi foonii haa eebbisu eebbifamaa❤❤❤🙏🏾🙏🏾
@wondebirhanu5508
@wondebirhanu5508 Год назад
Barikeesan kan ebifamee hata'u dachaan ebifamaa.............በእውነት በልባችሁ ዙፋን ላይ ክርስቶስ ብቻ ይንገስባችሁ ተባረኩ።
@misirtade2053
@misirtade2053 2 года назад
Barri keessan ha ebbifamu😭😭😭😭❤❤
@sifansifan1910
@sifansifan1910 2 года назад
Elelelelelelel gurphii dinqiidha ayyana gooftaa isin ha golgu
@deme12
@deme12 2 года назад
Ulfinni Waaqayyootif haa tahu.
@Lidiya134
@Lidiya134 2 месяца назад
Uuuuufffff eyesus ati boqqona koodha ebbiffama❤❤❤❤
@tsehaymelaku9908
@tsehaymelaku9908 2 года назад
Waqayyoo dacha dachaa isin haa ebbisu
@Derartu-wg4do
@Derartu-wg4do 4 месяца назад
Wawawa bayee ebifamaa ijolee waqayoo 👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa mana waqa keesaa jiradha hamaa dhumatii isini jalanaa❤❤❤❤
@NemomsaGeletaErrena
@NemomsaGeletaErrena Год назад
Haleeluyyaa maqaan Waaqayyo Guddaa Ha uulfattu
@dameabaye5422
@dameabaye5422 4 месяца назад
Bless you all. Gooftaan isiin haeebbisu. Shunkurtii fi buqqee biyya gibxii faarfaataa hawwarra kaaksuu rraa ilma waqayyo iyysuuiin farfataa hafuura keessoo ofii keessaa kaasuutu gaarii dha kunoo akkas waqeefachuun. Iyyesuusiin faarsuun faarsaa dhugaadha.
@BIRATUIBSA
@BIRATUIBSA 4 месяца назад
What a blessing of worship. It touched my heart!
@AdugnaLomiiadugna
@AdugnaLomiiadugna 6 месяцев назад
Uuuuuffff yaa Yesuus koo nati toltaa ❤❤❤❤❤❤❤ ameeeen ameeeen ameeeen ebifamaa maatii Waaqayyoo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@ayuwgga455
@ayuwgga455 Год назад
Uffeee ya yesusko natti toltaaaaa Hallelujah 👏👏👏👏👏 damma nadhirraa chaala natti mi'ofta
@gosatemesgen1657
@gosatemesgen1657 Год назад
ጌታ እየሱስ አብዝቶ ይባርካችሁ ። በጌታ ደም ተሸፈኑ 🙌 የጌታ ፀጋ ይብዛላችሁ 🥰🙌
@tesfahuntsegaye7774
@tesfahuntsegaye7774 11 месяцев назад
Ebifaama baayee baayee namatti tola anu itti e afamera 🙏🙏🙏🙏❤️❤️💯
@azitieyesuse1145
@azitieyesuse1145 2 года назад
Ebbifam huunedumetekesanu🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@KeneaMotiGudura
@KeneaMotiGudura 9 месяцев назад
Waaqayyo isin haa eebbisu haafura isaatiin.
@bonsikiaa7528
@bonsikiaa7528 4 месяца назад
I can’t stop listening to this song 🙌🙌🙌 enigmas
@urjiiitalaabadiyya1947
@urjiiitalaabadiyya1947 Год назад
Uuuufffeee ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa ijolee waqayyo hayyanii isinifi habayyatuu ebifamaa ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@AMANUELTAMESGEN-gu4fk
@AMANUELTAMESGEN-gu4fk 4 месяца назад
Goftaan hundumaa isiin haa ebbissuu waqaayoo waa'ee faru kanaf haa galatoomuu
@MulathMulath
@MulathMulath 10 месяцев назад
Waw ebifamaa goftannii baraa kesannii yaa ebisuu❤❤❤🙏🙏🙏
@sagnikeno9542
@sagnikeno9542 2 года назад
Eebbifamaa FAYYEE YOU THOUGHT YOUR GOAL I VERY GLAD TO SEE
@iyo-J
@iyo-J 2 года назад
Ayyaanni isiniif haa baay'atu.
@negeroabdisa
@negeroabdisa Год назад
Eebbifamtoota jaalatamtoota keenyaa nuuf jiraadhaa waaqayyo ayyaana isaa isiniif haa baay'isu mo'ichaan jiraadhaa!!!!!
@qannoohundeessaa
@qannoohundeessaa 10 месяцев назад
Waaqayyo isin haa eebbisu.🥰
@jituuamdisaa5984
@jituuamdisaa5984 2 года назад
Ameeerrrn ebbifamaa dachaa
@MIHRETABERA-m7b
@MIHRETABERA-m7b Год назад
Uuuuuuuuuuuuuufff Ebifamaa dachaan😊😊😊😊😊😊
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593
@bontubedhamhdamafarfannaaf5593 2 года назад
Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo abban siin haa ebbisuu 💞💞💞💞💞💞📖🎤🎵🎺🎼❣❣❣❣
@kennaazawude4534
@kennaazawude4534 Год назад
Iseey iseey ilililii ilililii ulfaadhuu waaqayyoo gooftaan dachaa ayyaanaa isaa sinirraat haa dhangalaasuu
@WerkneshBeda
@WerkneshBeda 3 месяца назад
Ebifamaa dachaadhaan namatii tolituu🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@gonfagosa2399
@gonfagosa2399 2 года назад
Waaqayyoo dachaa dachaa isin haa eebisu ❤
@SamuelTolossa-wz9rd
@SamuelTolossa-wz9rd 4 месяца назад
I'm really love this song, thanks lord for giving 🙏 ❤️ this day
@MihretFeyisa-jc8gr
@MihretFeyisa-jc8gr 3 месяца назад
Amazing Worship Jesus I Don’t Have Words :: Ebbiffamaa❤❤❤
@sabboonad2063
@sabboonad2063 Год назад
Barri kessan Yalame eebbifamu. Ebbifama
@NAGAROJABESSA
@NAGAROJABESSA 10 месяцев назад
Waaqayyoo Bara keessan haa eebbisuu
@asfawendiro9735
@asfawendiro9735 Год назад
Galaatooma Rabi Guda ya ebbisu!!! Amen Amen!
@habtamueticha59
@habtamueticha59 Год назад
Gooftaa YESUS baay'isee isin haa eebbisu. Faarfannaan keessan baay'ee ajaa'iba. Ayyaanni Gooftaa YESUS isiniif haa dabalamu!
@denbelikeno3628
@denbelikeno3628 Год назад
Barabaraan mana isaa keessatti hafaa jiraadhaa !!! Akkasumas akka kanatti wangeelatti namusaan kan isin guddisan waldaa kiristiyyanaa fi maatii keessan waaqayyo isaan haa eebbisu barabaraan!!!
@dbv4216
@dbv4216 2 года назад
Gudaa galattoma uuuuuuuffffffffamen amen 🙏🙌👏❤thanks God bless them
@dbv4216
@dbv4216 2 года назад
Lubbun inboqote ittan ebbifaame my God wo wo wo
@johnlayikun6328
@johnlayikun6328 2 года назад
Eebbifamaa, jabaadhaa!
@martajobir2106
@martajobir2106 Год назад
Amayuu ayyanisa simbon isaa isinirra hin fudhatami darbaa addema dachaa dacha ebbifamaa ❤️❤️
@TokumaBayeta-mq6yd
@TokumaBayeta-mq6yd Год назад
Waaqeffannaa aja'ibaa waaqayyo isiin haa eebisu!
@tamirethiopian9987
@tamirethiopian9987 Год назад
Ara mache new yihen mazmur mitagaw ufuuuuuuuuuuuu ebifama❤❤❤❤❤🍇🍇🍇🍇🍇😍😍😍😍😍😍
@ranirak3042
@ranirak3042 Год назад
Amenee.iyasusuu.galanii.sigauu🤲🤲🥰🥰🙏☝
@bethelemoromititti1517
@bethelemoromititti1517 2 года назад
Ameen Ameen Eebbifamaa ayyaana isinf haa baytuu isin jalladhaa ❤️🤗🤗
@r.samsom
@r.samsom 2 года назад
I'm Eritrean but I can't stop listening to this amazing and Spirit-filled worship... fills me with the joy of the Lord, HALLELUJAH!! God bless you more and more dear brothers and sisters, may God take your worship to new dimensions of glory!! Blessings❤❤ also can you post the lyrics? Tebareku!
@mikygntf1802
@mikygntf1802 2 года назад
Bless you dear brother We will try to post the lyrics
@r.samsom
@r.samsom Год назад
@@mikygntf1802 Eshi tebareku! 🙏 Btw am a girl 😇
@gadisadaba7627
@gadisadaba7627 Год назад
@@r.samsom 🥰🥰
@hordofabelay5021
@hordofabelay5021 Год назад
Raki much blessing
@r.samsom
@r.samsom Год назад
@@hordofabelay5021 amen ❤
@mebratdxb2881
@mebratdxb2881 Год назад
Wow 👏 wow Eebifama jabadha waqayyoo kana calaatii isin ha jabessuu. Isin ha Eebisuuu🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@yadenijirana5261
@yadenijirana5261 2 года назад
Waqqayoo barafi jirenyakesan haaebisuu darbaa demaa ayanisaa dacha isiinirti hatauu
@adugnamerga676
@adugnamerga676 Год назад
Faarsaa Haati kiyya afaanshee keessaa hin dhabamne! Kan yeroo ammaa abbashee baay'ee jallattu bira jirtu😭 Itti eebbifameera, eebbifamaa!
@obsechala2548
@obsechala2548 2 года назад
Uuufffeeee yaa iyeesuskoo naati tolta
@shitayemotuma1268
@shitayemotuma1268 Год назад
Goftaan dachaan isinii haa Ebbisuu jabaadha ittumaa fufaa demsaa kessaan !
@abbakalbishow
@abbakalbishow 6 месяцев назад
kana kee nadhibaa dhoqqee sochootu keesaa nabaaftee yesuus galatoomi abbaa. I proud you keep it up
@romangudena1624
@romangudena1624 2 года назад
Barri keessan hafee eebbifamu
@dhaabbatadamee1849
@dhaabbatadamee1849 Год назад
goftaan baraa keessan jireenyaa keessan haa Eebisuu
@hiwotadisutube5950
@hiwotadisutube5950 Год назад
Gooftan dachaa isin haa ebbisu🥰🥰🥰dhageffadhe hin qufuu🙏🙏🙏
@rohamarohama5458
@rohamarohama5458 Год назад
Ebifamaa hundu kessaan goftan kan caal Isin hadabaluu wow
@mickeymikiastadesse1119
@mickeymikiastadesse1119 Год назад
😍😍😍😍😍 No words to express my feelings. BEST team, BEST combination, BEST worship. ....... ....... Waaqayyo sin haa eebbisu! Eebbifamaa!
@sifaanwaalagaabinmadi9635
@sifaanwaalagaabinmadi9635 2 года назад
Eebbifama ijoolee waqaayyoo 🙏🥰🥰❤
@adisualemgena4811
@adisualemgena4811 Год назад
Uffff garee eebbifamaa ammallee guddadhaa
@midaksagudina2347
@midaksagudina2347 2 года назад
Waqayyoo si na ha eebbisu
@BerhanuAmosa
@BerhanuAmosa 11 месяцев назад
obbolootaa, akkuma faarfannichaa jireenyi keessanis haa mi'aawu!
@ayo19874
@ayo19874 Год назад
adda.....adda......adda hafurii waaqyoo!!!
@mikygntf1802
@mikygntf1802 2 года назад
Inni na jaallateera tola “"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!” - Yoh. 3:16
@temesgenmijena5769
@temesgenmijena5769 Год назад
Hojii Gurmuun Faarfattootaa gullallee Gurmuu "A" (akkasumas miseensa Gurmuu Sanaa kan ture Muuziqeessaa Beekamaa Malkaamuu) waggaa 21 har'aa hojjetan akkuma jirutti
@EgereTolera
@EgereTolera Год назад
WOW WOW WOW WOW WOW WOW.....................WAAQI KOO SIN HAA EEBBISU!!!!!
@tadelechserbesa7932
@tadelechserbesa7932 16 дней назад
Amee Amee ebifamaa ❤❤
@kiyabiyensa5125
@kiyabiyensa5125 2 года назад
waaqayyoo ammayyuu ayyanaa isaa isinif haa dabaluu!
@fedhiikoo7616
@fedhiikoo7616 2 года назад
Fayyee koo Gooftaan isin yaa eebbisu! 😍😘
@girmishjesus
@girmishjesus Год назад
ዘመናችሁ ይባረክ ለትውልድ በረከቶች ያድርጋችሁ::ዋው
@hawinewarq2125
@hawinewarq2125 Год назад
Waaqayyo isin ha eebbisuu
@milkiitube3515
@milkiitube3515 Год назад
Garmaamuu, zarraafuufi burraaquu nuffinee turre waaqaa haa galatu amma faarfattoota arganneerra. jabaadhaa itti fufaa. Hafuura tasgabbii akkanaatiin waaqeffachuun barbaachisaadha, warri madrakii irraa shillalaa oolus kanarraa barachuu qaba.
Далее
#SIJAJEE #LiveWorship  #HeavenVoiceTeam #JCP CHURCH
24:02
Help Me Celebrate! 😍🙏
00:35
Просмотров 17 млн
AMANUEL SARBEESSAA | NEW LIVE WORSHIP | JCP CHURCH
37:07
TAAMMANY MULUNEE | NEW LIVE WORSHIP | JCP BAND
44:52
Просмотров 365 тыс.
#MichuuDhugaa #HeavenVoiceTeam #LiveWorship #2024
30:40
AMANUEL SARBESA || CHRISTMASS EVE LIVE WORSHIP ||
16:37
GALMA KOO : GURMUU FAARES AMBOO
7:07
Просмотров 745 тыс.