Тёмный

Daandii Haaraa | Turtii Ob Battee Urgeessaa | I/G Sabqunnamtii ABO kan yeroo Waliin Taasifame 

PRIME MEDIA
Подписаться 48 тыс.
Просмотров 10 тыс.
50% 1

#prime #daandiihaaraa
DAANDII HAARAA | Turtii Ob Battee Urgeessaa | I/G Sabqunnamtii ABO kan yeroo Waliin Taasifame
Subscribe to our RU-vid channel shorturl.at/dklLO
Prime Media is an East African regional media organization that aims to educate, inspire, entertain & empower people & to strengthen the social, economic, political and democratic institutions in the region.
For More:
SUBSCRIBE to our channel: / primemediapm
FOLLOW Us on Twitter: / primemediapm
LIKE & FOLLOW US on Facebook: / primemediapm
Check our Website: www.prime-dia.com

Опубликовано:

 

27 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 40   
@waliinentertainment
@waliinentertainment 3 года назад
dhugaa Battee Urgeessaa Nama cimaaf jabaa tahuu arginee jiraa biyyaafis nama yaada bilchaataa akkasii qabutu barbaachisaa
@motitesso5165
@motitesso5165 3 года назад
Gazexesitittin kun afaan oromoyyuu dubbachuu itoo rakkatuu jibbinsaa isaa humnumaan agarsisuu jira.
@DAHW_EastAfrica
@DAHW_EastAfrica 3 года назад
Dear Mr. Battee, what you have said and the way you have said make sense
@eliyasmohammed9974
@eliyasmohammed9974 3 года назад
Mattaa dhiraa jabadhuu dhukee iraa kaftee
@BikeDiriba
@BikeDiriba 19 дней назад
Bate I have big respect to you ❤❤❤
@gadanagari5843
@gadanagari5843 3 года назад
Jawar Adam, respect the norm of journalist. unless otherwise do not prompt the speech! Jaal Battee Urgeessaa jabaa namaa jabaadhu.
@demegudeta2787
@demegudeta2787 3 года назад
jawar adam gazeexessaa osoo hin taane PP mataa jabaadha. jaal. Battee galaannii kee bilisummaa haa ta'u.
@lelisagudisa5504
@lelisagudisa5504 3 года назад
Obbo Battee guddaa galatoomi irraa galchitee jirta!!!
@kenzekamal8556
@kenzekamal8556 3 года назад
Galatomi gottaa nama
@multezemabdulbesir4189
@multezemabdulbesir4189 3 года назад
expected one sided journalist, but Obbo Batte, what a speach from ABO OLF leader....Thank you so much! obbo Battee.
@walmaragibee
@walmaragibee 4 месяца назад
Namni Jawaar Jedhamu kun jalqaba Seera Gaazexeessummaa hin beeku. Nama Miiraa fi waan itti himame qofaan deemu nama seeraa fi Heera Biyya kanaallee sirnaan hin beekneedha. dhugumatti Nama kanaan Gaazexeessaa jechuun nama saalfachiisa.
@HasanahmedHasan-b2m
@HasanahmedHasan-b2m 5 месяцев назад
Welcome 🙏
@motitesso5165
@motitesso5165 3 года назад
Gazexessan kun na,badaadha Dawudiin akka jibbuu yadaa isaa irra salphatii baruun hindandahama bayyee nama badadha. Gorsamee dhufee garuu dubbii himaan ABO bayyee cimadha rabbii siya'ebbisuu jaal Battee ciminaakee agarsistee jirtaa
@rorisatufa1193
@rorisatufa1193 3 года назад
Battee galatoomi! gaazzexeessan garuu baay'ee isa hafa, galabaa woyiiti.
@zulkiflitahirhassenhusen1662
@zulkiflitahirhassenhusen1662 3 года назад
Obbo Batte I am proud of being oromo with you
@adugnabayata9492
@adugnabayata9492 3 года назад
Keessummeessaan/gaazexeessaan sun paartii deeggaramoo ogummaa hordofee deemaa jira? journalist should be neutral when he/she is infront of camera. so what about the journalist was doing?
@hadhaako
@hadhaako 5 месяцев назад
Gootaakoo sii nyaatan 💔💔😭😭😭
@rabbiinuuwaliinjira7330
@rabbiinuuwaliinjira7330 3 года назад
Jawwee ossootii urgufamtuu jaal batteen dhugaa sitti dhodhoose.mee deebi'ii oof laalime ati gaazixeessaa ossoo hin taanee falmaa battee fakkaatta.
@tumsaag.1395
@tumsaag.1395 3 года назад
Kun gaazexeessaa ofiin jedhaa garuu? Albaadhessa abbaa garaa.
@bekelatelahun9688
@bekelatelahun9688 3 года назад
Akkasitti Itti Himii Jaal Baate. Hin Baareen Haa Baartuu .
@sisaayalamuu522
@sisaayalamuu522 3 года назад
Waan oromoo irratti haasa'uun gaarii dha.batteen rakkoo ABO keessa jiru sirritti nu hubachiseera.jawaar oromoo addaa qoodu barbaaduus batteen harkaa cabsee.
@tarikutirfesa3469
@tarikutirfesa3469 3 года назад
Baattee my best friend, dubbii dhugaa akkasittin lafaa ka’u keef galtoomi.
@obsaasafa1003
@obsaasafa1003 3 года назад
Gaazexessaa baadhadhinaa kun baayyee dadhabaadha dhugaa namusuma gaazexxessumaayuu hin qabu Biranu Lenjisoo irraa deebi'i Leenjisi malee Jawar Adam kana. Jaal Battee Urgeessaa umuriikee haa dheeressuu waaq nama akkas dhugaa itti himu barbanna Galatoomi galanni kee bilisummaa haa ta'u
@tametimes7147
@tametimes7147 3 года назад
Jaal Battee galatoomi!
@ramadanosman7658
@ramadanosman7658 3 года назад
Gaazexessaa dofa gawaa
@mohammedabiyo94
@mohammedabiyo94 3 года назад
Jaal keenya
@Miretube
@Miretube 3 года назад
Maali kun moluun gaazexeessaa akkam akkam dubbata, akkamis irraa fokkisa
@motiamente7701
@motiamente7701 3 года назад
Obbo Battee Urgeessaa hedduu galatoomi jabaa nama , Journalist sun garuu pp'f loogu barbaada ta'u hin qabu gaazexessan paartii kamirra bilisaa ta'u qaba
@ramadanosman7658
@ramadanosman7658 3 года назад
J/Bantee gltm
@birhaniegeleto3212
@birhaniegeleto3212 3 года назад
The usual defense we have been experienced from Battee, but good to see new face.
@tv_agenda
@tv_agenda 3 года назад
Focus more on your horrible English, Geleto. Battee is way out of your league.
@AlloCel
@AlloCel 5 месяцев назад
Yoonaa albaheeraa namichii gafaata jiruu Kun 😮😮😮😮😮
@AlloCel
@AlloCel 5 месяцев назад
Dofadhaa maalee gazexeesa miti ati waee gaafiyuu hin bektuu ati malaxaa maali Kun akm dubaatii namiti malaxaan kun😢😢😢😢
@dararayonas6959
@dararayonas6959 2 года назад
Gaazixeessattiin Abukaatoo warra Araarsoo Bikilaati natti fakkaatti
@kebsodejene2451
@kebsodejene2451 2 года назад
Jaal battee hayyuu dhugaaf jiraatu!
@fikadubekele615
@fikadubekele615 3 года назад
jabaadhuu obbo baattee jabaadhu goota koo obbo Jawaar atimmo kaabinnummaa kee fi hojii kee adda baasii
@tesfutzu8709
@tesfutzu8709 3 года назад
wowowowowowowwwwwwww Battee!!!!!!!
@abdulwehabmuhammed1152
@abdulwehabmuhammed1152 3 года назад
Great explanation from Mr.Battee
Далее
ТАРАКАН
00:38
Просмотров 209 тыс.
FATAL CHASE 😳 😳
00:19
Просмотров 300 тыс.
መንዙማ እና መውሊድ
39:05
Просмотров 9 тыс.
AMHARA | Can Ethiopia Survive?
13:56
Просмотров 75 тыс.