Тёмный

Yeroo Jaalalaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 620 тыс.
Просмотров 49 тыс.
50% 1

Yeroo Jaalalaa

Развлечения

Опубликовано:

 

29 июл 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 291   
@galmaadhugaa6457
@galmaadhugaa6457 Год назад
Diyaamendii yoon dhabes Isa gatiinsaa cimaa Onneerraan si jaalladha Jilbeenfadheen sitti hima! ~~~~ Murteessaan warqee mitiim Warqee isa gatii jabaa Jaalalli dhugaa taanan Abaaboon hiika qaba! ❤
@user-su6bo8in1d
@user-su6bo8in1d 11 месяцев назад
Wowow aja'iba dhugaa keti
@askalealamu-id8ni
@askalealamu-id8ni 11 месяцев назад
hambiya ati gaazixesitu heddu cimtu Fi heddu jaalatamtudha garuu dandeetti Kee of hin hubanne.osoo you tube mata keeti banatte dalagde hojii ajayiba dalagda ❤️💯
@MusaHaji-ve2wn
@MusaHaji-ve2wn 4 месяца назад
Hamidiye nuu jardhuu ❤❤❤❤❤❤
@obsinetmalee6182
@obsinetmalee6182 Год назад
Wa'een jaalalaa sirriti siif galera bro koo dhugaa waqa bay'ee nati tolte waq ❤❤❤galatomii ati sirriti bekta akka warra kani hin bosuu waq bay'ee bay'ee nati tolte hadhoo koo harka xuriif akka duriti hin hafan jedha oromoon
@user-fv1ko3vq3y
@user-fv1ko3vq3y 10 месяцев назад
Yeroo jaalalaa hangaan ilaale keessaa sagantaan akka arraa natti tole hin jiru. Daanii dhiira dhiiraa baay'ee na gammachiifte.
@user-vl2rw7ke4g
@user-vl2rw7ke4g Год назад
Yaa obboleesa koo waan ati dabaarsite kanatu naanis rakkiise jira. Rabbiif haa galaatu anis hojedhe keessa ba'een jira.garuu nama amaane jaalala keessaa galus hin fedhu.rabbiin furmata naaf haa ta'u.😢😢😢
@samiraahmad4455
@samiraahmad4455 Год назад
Waqnii jiruu gaarii siif haa keenuu manaa kee siif haa ebbisuu.!ummaan jalaalii dhugaan qabeenyaa. Hedduu garaa na nyaatee dhugaatii
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 Год назад
Galatomii
@dabelam
@dabelam Год назад
Dhugaadha! Gatii jaalalaa kan deebisu jaalala qofa.❤❤❤
@ibsaoromia4152
@ibsaoromia4152 Год назад
Hamdiyaa teenya jabbadhuu yeroo jaalalaa hedduu takka jaaladhaa❤ Danii bro jabba namati waaqa ati waggaa 7 keessati jijjiramtee nama biraa tattee Eenyuummaa kee isaa duri jijjirtee mulatu keef rabbiin namaa akka ketti siif yaa keennuu dha dhugaa🙏🙋🙋🙋🙏🙏👍👍👍👍👍
@BooneeYouTube-ui5rj
@BooneeYouTube-ui5rj Год назад
ati nama beekaadhaaf jabaadha eebbifami ayii 😭😭 ani nama kana irra waan baay'een hubaadhe Waaqayyoo siyaa eebbiisu ati nama hubaatadha
@theyou9327
@theyou9327 Год назад
Galatoomii obboleessakoo seenankee waan bay'ee namaa barsiisaa mani gogaa harreettin ijaaramee gafaa warabeessi yusee jigaa jedhaa oromoo jalalii mallaqaa hin madalaamu rabbii jiruu qananii sifii haakenuu kuni senaa kiyyaa waliin Wal fakkataa dhugaa waqayyo
@rjtdufzbfdjf9681
@rjtdufzbfdjf9681 11 месяцев назад
Atii musiilima maa maalii ammantaan kee garuu akkaa musiiliimaatii raabiin iraa of keetaa Mashaallaa abshiir waan keeyrii qabaduu raabin siif yaa qaabuu
@Jibrilgena2524
@Jibrilgena2524 Год назад
Dhugaa isaatti jaalaltti jaalalaanni malee malaqaan hin biitamu ♥️♥️👍
@seenaawagii6109
@seenaawagii6109 9 месяцев назад
Anisii Akkumaa ketii si'a tokkoo osoo tane si'a lama jaalalee dhabee 😢 jarii lachuu Sabummaa qarshii dhabeef Naa dhisaani kessattuu Jechoonii isanii Laphee koo madeesee hangaa Har'a Gubbaadhee jiraachaa jiraa garuu Galataa waaqayyoo Ani bakkaa kaleesaa san hin jiruu Ani Har'a ju'a tokkoottii minda koo qarshii kumaa 35 waaqayyoo Yaa Ulfatuu
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 8 месяцев назад
Okay kk
@xayibaxayiba1216
@xayibaxayiba1216 Год назад
Misikinaa wolahi 😢😢😢 jabaa namati wolahi ❤❤❤❤
@lensarwarqu5670
@lensarwarqu5670 Год назад
Namoota yeroo jaalalaa irrati dhiyaate kessaa natii toleera kuni cimaa namaa 🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼ilmaa keenya Amboo biyyaa gotta ♥
@user-su6bo8in1d
@user-su6bo8in1d 11 месяцев назад
Dhugaa keti jallaali malaqaa miti bifa miti murtii kee bareda murtefate Rabbiin nama garii sitta haqabu miskina
@dasiikiyyaa7578
@dasiikiyyaa7578 Год назад
Dhugaadha ebifamii qarshii hojjete inni argata jallala garuu qarshiidha hin bitamu 😢😢
@user-ew2tg1go4p
@user-ew2tg1go4p Год назад
Yas moneetii esaa jirtaa giftiko qophiin sii malee bareduu😢😅
@user-zu8dh8pd6r
@user-zu8dh8pd6r Год назад
dhugaa barumsa heddu qaba galatomi biroko nama jaalala dhugaa siifaa baasu garaa na yaattem broko mucaa biyyakooti😢😢❤
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 11 месяцев назад
Dhugaa keeti qabeenyii jaalala bite beeku😢ammalle waaqayoo kan si jaalattu sif ha kennu ishis baga dhiifte ❤
@hfhugfrghgc7442
@hfhugfrghgc7442 Год назад
Maashaallaa congratulations bagaa gamadee bagaa boyatee bagaa gamadee amale dabale sii haa kenuu❤❤❤
@HhcBb-oj9cy
@HhcBb-oj9cy 4 месяца назад
Ati muslimaa tatee malif akatii tesaa mataa banaa suban allhaa adunyaan gababduu oblii satardhuu😢😢😢😢😢😢
@ababukebede8691
@ababukebede8691 Год назад
Gotaa jalalatii dhugaa jabaa nama❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-oe7ly5gi1t
@user-oe7ly5gi1t 8 месяцев назад
Haati Manaakee Coment Irratti Dhugaa Dubattee Turte Ani Garuu Yeroo Sanatti Hin Amannen Ture Amma Garu Akkan Amanu Wantoonni Na Taasisan Baay'eetu Jira Ati Sobduu Fi Hattuudhaa Imimaan Nama Hedduutu Sirra Jira Qarshii Nama Baay'ee Irraa Dhimma Isiniin Raawwadha Jettee Fuutee Kan Boosisaa Jirtu Miidiyaa Irra Baatee Waa'ee Jaalalaa Haasofta Abbaa Garaa!!!!!!!! Sobni Maal Godha Konkolaataa Eessaa Fide Nama Ati Irraa Kireefattee Ooftu Beeknaam Mana Ati Kireefattee Keessa Galtus Beeknam Yoo Haa Dubatamu Jette Dubachuun Hin Dandahama Safara Alam Ganaa Jiraatta Miti? Waan Baay'ee Haasa'uun Yoo Barbaachises Miidiyaa Irratti Hin Haasofnu Garuu Daan'eel Of Sirreessi Karaatti Deebi'i Of Ilaali Hin Sobiin Soba Qalabakee Hin Taasisiin
@bontubedesa
@bontubedesa Год назад
Namni Garaa hadhaa isaa keessaa Birr Fudhate dhalate hin jiru Ob 🙏🙏
@sadikabumuaaz5071
@sadikabumuaaz5071 Год назад
😢😢😢yeroo jalala bareda turee kuni
@barruuentertainment5257
@barruuentertainment5257 Год назад
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️Zxc
@miserajojoalreesi9319
@miserajojoalreesi9319 11 месяцев назад
Mashaalla mashaalla 🎉😢😢😭😭🤲🤲🤲 ya rbi dhira akana nabasi
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 11 месяцев назад
😅😅😅
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 11 месяцев назад
Siif haa basuu
@sabirina578
@sabirina578 Год назад
Jalali.malaqan.hin.madalamu.fikir.yashanifal❤
@alamuae8939
@alamuae8939 Год назад
❤❤ Hamixiyaa bayee daas naa jetaa 🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘😘😘
@Yarosen-bx1yc
@Yarosen-bx1yc Год назад
Seenaa gaaridha waan baayee irraa hubana galatoma ❤❤❤❤❤❤❤
@gumaatakeenyaa
@gumaatakeenyaa Год назад
Im from china, Shangahi I Love yero jalala
@sammasamma9216
@sammasamma9216 Год назад
Wayoo miskanaa kanaa rabiin namaa malumaaa kee waliin sii jalatuu siif haa kenuu.❤❤❤❤❤❤❤
@user-su6bo8in1d
@user-su6bo8in1d 11 месяцев назад
Ati nama garii tatanan namatu sii dhaba male ati naman dhabdu jabadhu
@lamlamdanyeeTube
@lamlamdanyeeTube Год назад
Oromo koo like naa xuqa mee yero jalala kan iraa jalala naa qabu anise 😂
@birkibirki3052
@birkibirki3052 Год назад
Baga si qabee kkkkkk
@laliselenjisa2230
@laliselenjisa2230 Год назад
Nama jalatu dhabe moo sistu ?
@MuradMedia652
@MuradMedia652 11 месяцев назад
Ati Goota dhugaa. Jabaadha
@caaliihurumaa4299
@caaliihurumaa4299 Год назад
Qophii jaalala mooneti irra baredaa maaloo fidaa jiraa 😢😢
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤jaalaltuu mootii dhalootaa walumaan Kanaaf Ardaa mariif tigrai Yaada mo'ataan Oromia Biyyaaf Biyyaaf kamtuu qabeenyaa gumaadha jechama dubarttoonnii Qalbiinis waraanaaf gurruma wawrwb gzx Hamdiiyaa
@aadammohamed4697
@aadammohamed4697 Год назад
Sagantaan har'aa baayyee takka nama waabarsiisa yoohubatan jabaadhu hamdiyaa teenya kknfa /xiinxalii kawaairraabaratan jettee hubatte dhihees
@user-ry6ry4dj6h
@user-ry6ry4dj6h Год назад
Dhugaatti seenaa baay'ee ajaa'baati. Gad fagoo namaa!
@zamzam3091
@zamzam3091 Год назад
Anisi Akkanati midhame jiraa yaa rabii mee dhira akkana na kennii😢😢😢
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 Год назад
😅😂
@rakcity6216
@rakcity6216 Год назад
Wowow ❤❤❤❤ Dhiraa jaba jiraadhuu
@abdiihusein9658
@abdiihusein9658 Год назад
Seenaa baayyee namatti tooludha kanf hedduu galatoomaa isiniis warri qindeessitani nubiraan gettaan!
@debelatarecha4582
@debelatarecha4582 Год назад
Ati goota. Maqaa dhiiraa goochan agarsiiste. Jaalalli maalaqarratti hundaa'e rakkoo akka qabu himteeta. Jabadhu.
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 Год назад
Hamdiyaa Muhammed atii intala musilimaatii mittii kaa rifeensaa qullaa teessuuf sheemii you wly 🙆😛
@Meski12445
@Meski12445 Год назад
Qabeenyaaf albaatii rabbumatu namarra baasa ihiim naaf taateetta gltoomi 😊
@kiyakiya3521
@kiyakiya3521 Год назад
Ani yomi jlyero jala kana irrati dhiyadha maloo naf himaa Sena bayye nama gadisisu qaba oboleyani ko biyya orma kessa jirtanf barumsa gudda qaba😢😢😢😢
@arebutube8409
@arebutube8409 Год назад
Woow masha Allah areedni isaa😍😍😍
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Hedduu mama hawala mootummaan qabeenyaa biyyaa eegii ijaa Rabbin walumaan nu haatiksuu. Ni sodaadha jaalalaa Eegumsaa tried
@bisra7025
@bisra7025 Год назад
Rabbii si Haa milkesuu Gotichaa kiyyaa❤❤❤
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 Год назад
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa Waqayoo Bagaa Kananii Sii Gehe 😭😭🙏🙏🤚👍👍👍
@khaleddawoud2879
@khaleddawoud2879 11 месяцев назад
Senaa dhugadhaa 😢😢❤❤
@user-le9xq3oc4b
@user-le9xq3oc4b Год назад
Jabadhu waaqayoo seenaajijiraa hamdiya galaatomii qaliikoo ❤❤❤❤❤❤
@guuguu70
@guuguu70 11 месяцев назад
I appreciated
@akkasumakoo5275
@akkasumakoo5275 Год назад
I am from umm moghwolinaa
@burteeburte
@burteeburte Год назад
Fennet gaaddisa 😢😢😢😢 essa badde
@martatube8180
@martatube8180 Год назад
Wawa barumsa erga bayyee qaba waqayo hiree kee sif haa qodu❤❤
@neni2773
@neni2773 Год назад
Woww yani ke garidha fakenya namafi ta aa kani sirti hubatefi Galtoma 🥰🥰
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤jaalaaltii dhibeedha kanaaf Public health organization rakkoodha jechama mallaszenawii
@xayifamoha5825
@xayifamoha5825 11 месяцев назад
Habiyaa mucanii kunii tesanii Isa esaa nafi himii Ira qabamee jiraa labaraa Isa nafii baresii Rabuma jadhii wly😢kesii ko hedu itii gamadee ❤
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 10 месяцев назад
Kkkk wallayii
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 9 месяцев назад
Jetteree
@user-tn3km9ou8c
@user-tn3km9ou8c 5 месяцев назад
Yaa rabbi koo namaa akkanaa kanaa naf keeni😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@saciathopia7125
@saciathopia7125 Год назад
Jalaalli waan hundumaa caala. ❤
@sabontuoromoo8566
@sabontuoromoo8566 Год назад
Dhirtii akana jiraa mo yaa rabbi
@user-id6my3ck3j
@user-id6my3ck3j Год назад
Gaafaa sif dabarsuu barbaduu ishii siraa hofee waqqaayyoon❤ati baga milkofte
@Kal-xw6ke
@Kal-xw6ke Год назад
Dhugaa ketii rabbii ❤❤❤❤❤❤
@saamriidaamisee3286
@saamriidaamisee3286 Год назад
Wuyyii jalala tanaa caba baduu nama cabsiti❤️❤️❤️👌😭
@jamelajamela9003
@jamelajamela9003 11 месяцев назад
Hamdiyaa koo hijaab ufaadhuu ❤❤❤❤
@sammasamma9216
@sammasamma9216 Год назад
Rabii namaa malumaa kee waliin sii jalaatuu siif haa kenuu❤❤❤❤
@barruuentertainment5257
@barruuentertainment5257 Год назад
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️344#
@IftuHinsermu-ct3ih
@IftuHinsermu-ct3ih 5 месяцев назад
Ebifamiiii obolesaa koo dhugaa kedhaa waqayoo siihaa milkesuu Kaan rabii siif Ka ee hin dhabduuu
@IskuuOro
@IskuuOro 4 месяца назад
Mashaa allhaa ❤
@user-ew2tg1go4p
@user-ew2tg1go4p Год назад
Nama jabadha atii❤👏
@abdisahaile7508
@abdisahaile7508 11 месяцев назад
I respect you brother
@obseobse563
@obseobse563 Год назад
Nama jabaadha baga waaqayyoo seenaa kee jijjiiree jabaadhuu ammas
@almazyoutube4708
@almazyoutube4708 Год назад
Dhugaadhaa Jalalaa Jechuun Wal Salphaa mitti 😢😢😢
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤❤riqicha says Bultiinis Gaaddisaa Rabbiin address prosammu
@laliselenjisa2230
@laliselenjisa2230 Год назад
Wayyoo muddannoon akkanas jira eda !!!!!! baay'ee namati tolta barnoota danu sirra hubbadhee otoo namni hundii akka kee ta'e gaarii ture maaloo
@MuradMedia652
@MuradMedia652 11 месяцев назад
LEGEND
@gargarhinbanuu384
@gargarhinbanuu384 Год назад
Galatoomii bro tateen kun tatee baay,inaan jiruudhaa qabeenyii fixeensa jaalalaaf bakka haa qabanuu dhamsaa kotii🤲🏻
@birke9166
@birke9166 11 месяцев назад
Yerro amma dhiratu dubarti qarshi qabdu barbada. Jaalalli dhuga hin jiru 😂😂😂😂😂
@user-pf6lw6yk2i
@user-pf6lw6yk2i 6 месяцев назад
www Bayyee Naamti Tola❤
@gaadisajaalalaa1117
@gaadisajaalalaa1117 Год назад
Ani dhufte bareduu koo mata ati qabate nuuf dhufte bayyee nama tola akkamitu itti bareduu koo jabbadhu qalii nama bayyee nama tola jabbadhu bareduu koo mataa duree nama barsumsa qabate dhufte qalii itti fufu jabbadhu😢
@QonjitiAlamuu-es3ww
@QonjitiAlamuu-es3ww Год назад
Shamaree aferii obboletii Kenyaa torberee dhufuu moo shamaree fidii
@sinbonee5701
@sinbonee5701 Год назад
❤❤❤❤❤ati namaa jabaadhu naanimo sirraa na qabe jalaalli
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 11 месяцев назад
😅
@habtamumeskele9840
@habtamumeskele9840 Год назад
Waggaa torba guutuu ishee yaadaa jiraachuunuu hangam ulfaata?! Rabbiin jireenya milkaawa sii haa kennu
@abrahamlamma3295
@abrahamlamma3295 Год назад
Dhugaa dubbaachun seenaan kee kiyyan tokkoo baay,ee natti tolee jira
@daraaartu
@daraaartu 11 месяцев назад
Dhugaa rabbii seenadhumakoo nattii fakkaatee
@awweayano3457
@awweayano3457 Год назад
Shamarran mallaqaaf fiigdan ayii carraa keessaan😅😅😅😅😅 worraa ishee lifty geggeessee inni dur hiyyeessaa❤❤❤❤❤😅😅😅😅😅😅
@sukare1325
@sukare1325 6 месяцев назад
Bayyee naati dhagaheme waqayyoo sii gargaruu biroo homaa miti bagaa ati hin midhinii waqayyoo sifi qabaa obsii
@sabirina578
@sabirina578 Год назад
Yenati.koo.essa.baddee❤
@dasiikiyyaa7578
@dasiikiyyaa7578 Год назад
Ayi ishedhaf jete gooftaa dhisuu ke hin ta.u hadara amma hoo akkam hadara gooftaatti deebi.e
@user-yh1tp2bc4l
@user-yh1tp2bc4l Год назад
Wwwwwww dhiraa jechuun kan❤❤❤❤
@ibsaaliyi2418
@ibsaaliyi2418 Год назад
Dhiraa jabadha baay'ee natti tolee murteen isaa. hunda caala ammo obsa fi cimminni isaa nama gammachiisa
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw Год назад
❤❤❤❤❤
@user-ub8gw6pr1k
@user-ub8gw6pr1k 11 месяцев назад
Akasi laa
@TajirShow
@TajirShow Год назад
Arra boo'ichi jiraachuu dhabuun natti tolee jira.
@maariyaamiiharmee1009
@maariyaamiiharmee1009 Год назад
❤❤❤
@khanalain3733
@khanalain3733 Год назад
Dhugaa.jette.gettinI.jala.jalalumadha
@breakbontun7801
@breakbontun7801 Год назад
Waqaayyoo senaa jijjiiraa🥰🙏
@sabirina578
@sabirina578 Год назад
Jalaala.kee.qabanan.maati.maaltu.galche😢
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤❤❤Jaalalaa fi Yaada amiin yaarabbii amiin kamiin mootee
@chaltuuethiopiayoutube8388
@chaltuuethiopiayoutube8388 Год назад
❤❤❤ati koti 💝💯💯💕
@shaaloomdaniel1882
@shaaloomdaniel1882 Год назад
Kkkkk
@CaltuTube-fc2qo
@CaltuTube-fc2qo 11 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@sarade3477
@sarade3477 Год назад
❤❤❤❤❤❤❤
Далее
Yeroo Jaalalaa
22:14
Просмотров 37 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:41
Просмотров 28 тыс.
April 8, 2024
10:05
Просмотров 7 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:15
Просмотров 81 тыс.
Asoosama Hidhaa Jaalalaa
23:15
Просмотров 53 тыс.
Yeroo Jaalalaa
29:00
Просмотров 61 тыс.
Diraamaa Leetoo  Ayyaana Qillee
31:50
Просмотров 62 тыс.
Yeroo Jaalalaa
23:17
Просмотров 19 тыс.
İnside out Balloon game
0:18
Просмотров 17 млн