Тёмный

Lilmookee Dura of Keessaa Baasi 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 27 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 173   
@almazbirhanu8134
@almazbirhanu8134 3 года назад
Gammachiis tashoomaa ani seenaa namootaa odoo hin taane sagalee keetiin dhaggeeffachuu jaaladha
@fanosegg2427
@fanosegg2427 3 года назад
Kkkk
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii keennaatoo
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Dursaa bagaa nagaan dhuftee gamee ittii hin debiyyiin dursaa baraa sirratii dabarfaatee ammaas hojii waan dhaabdeef karoraa ishee ergaa galmaan gatee ammaas waan hojii dhaabuun ishee dhiphisseef sirraatii boqaachuuf hiree ishee haa barbadaatuu atis namaa siif ta'uu waaqan siif haa kennuu olmaa isheef oltee waaqan siif haa debissuu
@hawiiabdiyoutube9556
@hawiiabdiyoutube9556 3 года назад
Oromoon kotuu matii nafii ta, ii mee pls Sanyii
@user-io4es4oh9k
@user-io4es4oh9k 3 года назад
Wel cema oromia 24 😍😍💚❤ kuni waali hubaachu dadhuu keessaani malee waanumaa Addaa siini basuu mitii Akaa yaada kotii..maaf jennaa gali'ii ufataa mitii kan jijiraatani..yeroo bayee ijoollee shamaranii hangaa waan yaadan sana galmaana hangaanitii mucaa godhachuu hin fedhanii..Ammaa haala ishiin irraa jirtuu qoratuu waaliti debi'aa. Siif ; ishii waaya;ishiif sii waaya ❤❤❤ Ammaa darbee hin qabuu yoo waaqayyoo siinif keene mucaas ni godhatuu😍😍
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiiko
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 года назад
Wel came 🤝 ani akkaa yaada kiyyaati isheetu nama kayyoo hin qabnee ta'ee malee jalqabaa kan mana batee baruumsaafi wan ta'ee sodaa maatii irraan kan ka'ee yaada kee fudhachuu dhisuu dandeessi ati garuu olmaa guddaa olteefi jirtaa👆 iccitii ergaa sirraa addaan batee qabduu hubadhuu dhifamaa godhifii maatii kaleessaa si didee sanan har'aa beeksifadhaa waajin jiradhuu sin jedhaa ani 🙇‍♀️
@hanatesfguta9758
@hanatesfguta9758 2 года назад
Lakii dhiisii wagotefii waqaayo iraa arigadhuu
@iklaasabdurauf5535
@iklaasabdurauf5535 2 года назад
Dhugaakeeti Anis Kanumanja'a
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад
Welcome Gammee 💖 Uuuuf seenaan kee kiyyaatti dhihataa anille yero kuta 9ffa baradhu harmee koo najalaa boqqotte ha'ra gubachaan jiradhaa biyyaa oormaa kessa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ishee dhaabutuu biyya naa basse 😭
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 3 года назад
😢
@rakcity6216
@rakcity6216 3 года назад
Rabii sii haa jajabeessuu sanyi koo❤❤❤😢 Abshir
@warqineshbaqqalaa5673
@warqineshbaqqalaa5673 2 года назад
Waqayyoo obsaa siif haa kenuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤💔
@monerhkhalefh9276
@monerhkhalefh9276 2 года назад
Rabin sabiri sifha kenuu lamii koo abshiri
@madinaburqa7104
@madinaburqa7104 4 месяца назад
Rabbiini jabina sifi hakenuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Ani Akkaa Yadaa mataa kiyaa Atii dhugaa Namaa Hayuu isiin badii Qabdii Ergaa Sii Jaallatee jetee malifii Akanaa Sii Gotii yoo walii jaallatan Dhuguman wali Sosobun kuni malee jedhee welisaan Atii Badii in qabduu dhugaa micayoo qabaa yoo dhugan Sii Jalatee Akan Sii Godhuu in qabduu Atii Garuu yoo walin jiradhaa jetee walin jiradhuu Garuu micayoon badii qabdii Dhifamaa Gochufii in Dadetaa Atii
@EdileYadeta
@EdileYadeta 2 месяца назад
Itti araaramu qabda durayyuu walii galuu qabdu malee gargar bahuun hin qabdan maaliif rakkoo biraatu isin gidduu Jira utuu ta'e gargar ba'uu dandeessuu garuu dhimma daa'imaa irratti namni kamiyyuu walii galuu danda'a amma immoo erga isheen dhiifama SI gaafattee araaramuu qabdun jedha akka kootti
@ashuadam8844
@ashuadam8844 3 года назад
Iraa fagaadhuuuuuuuuu obboleesa koo because isiin toola attii olltef siila beeyte ilmoo sii dhaluu miiti luubu ishiiyu dabaasiite sii keenu qabdii attii nama garii dhugaa
@BiraneLabata
@BiraneLabata Месяц назад
Yoo duraa dhiirii biraa biraa gahuuu batee akka kooti itti ararmii dhiifamaa godhiifi garuu akka kootiyoo akkas ta uu batee by
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 3 года назад
Malloo obooleessaa koo yeroo saan watii daimmaa godhachii ishii dhoggee kaayyoo ishitif maalee namni daimma jibbuu hin jirruu dhifammaa godhifii itti debbii gaarii yoo godhan rabbi gaarii nama godhaa
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@madenasultan2840
@madenasultan2840 2 года назад
Ani akaa maata kootii osoo na tahee deb'ee wajiin hin jiiraadhuu sababani isaa namaa duraa na dhiisee deemee lamafaa maaliin amanee wajiini jiiradhaa namani suun oof jalataadhaa waa ittii hiiradhanan ofifi cheechaa natii debuu'uuf deema maalee jalalaa kootiif miitii maqaa jalalatiin namatii fayyadamuun osoo namaa hin jalatiin fayaadaa ofifi jechaa namatii dhiiyyachuun ofifii namaa ittii dheeyyatan sanis miidhuu Maarfuu yaa obooleessaa keennaa Rabbii akaa siif tahuu siif haa goodhuu
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 3 года назад
Dhugaa dubachuu haliifi dhamattii atii ishii waliin dabarsitee bayee namatii tola brokoo Olmaa namonii jaarraa kana keessaattii namafii hin oleesii olteefii jirtaa!!!!!kunii barnotaa gudadhaa thankyou!!!! Osoo akkaa yadaa koo halafi akkamii akkaa ishiin ergaa sirraa adaa batee life akkami keessaa akkaishii jirtuu hubatee walittii debitaan bayee naatii tolaa?! Nutii dubartoonii yeroo bayee karooraa dheeraa fayadamuu filanaa garuu yeroo nufii kenameetii fayadamnuu wantaa ofii keenyaan harkaa qabanee qoftuu haa tauu jenaa!!! Seenaa kanara waa bayee hubadhee.........galatomaa
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyii koo
@sigimootube9746
@sigimootube9746 3 года назад
Seenaan kee bayyee gaariidha isin lamaan jidduu wontootni wolitti akka hin deebineef isin dhorku takkoLLeen hin jiru ammallee ishee nii jaallatta taanaan itti araarami siin jedha akka Yaada kooti. Sababni isaas nama biroo jaallattee sin dhiisne, qabeenyaanis sin jijjiirre wonti jiru tokko garaa gabrummaa yaadaa qofaadha kanaaf inni kun ammoo yaroo laataniifii akka jijjiramu abdiin qaba
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@sshawaa4681
@sshawaa4681 3 года назад
Dhugaa dubbachuuf kun jaalala dhugaa siif hin qabdu osoo akkas ta’e isheet jaarsa ergadhu sin jedha ilmoo gafa jettu illee tole sin jetti turte
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyii koo
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiiko
@buureetesfa6715
@buureetesfa6715 3 года назад
Dhifamaa godhif itti debi'ii waqayyoo ossoma nuu cubbamoo tanne jirru nuu jalate akkasumasi goftan kenyaa Yesuus kirstos osso fanno ratii rebbamu yaa abba dhissif isan wan godhan hin bekkan jedhee fakkanyaa fudhuu maqa yesusin arariii adda sini giduu haa bu'uuuu
@kaakuu6326
@kaakuu6326 Год назад
Akuuman ani cubbuu keessan isini dhisee isinis waalii dhisaa jedha dubbin waaqayyoo kanaf akka yaada kooti dhisiifi jedha kanaafuu gabbu dandeessi waan ta.e dhisifi
@firiiadamtube2833
@firiiadamtube2833 2 года назад
Well
@firiiadamtube2833
@firiiadamtube2833 2 года назад
Bayee garaa Nama nyataa
@fjjuvbjj634
@fjjuvbjj634 2 года назад
Tuni mo malijetii iyesusini ima namati nabi issa saallaleyhi wasalm
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 года назад
Anaa dhufuu game kenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 года назад
hara'aa 1ffaa antu lale siin durse ilman cinqii like xuqa mee🙄😔
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Matii naaf ta'ii mee hadhoo koo
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 года назад
@@oromoonjaalallaa9652 siif ta'e tiru too
@hawiiabdiyoutube9556
@hawiiabdiyoutube9556 3 года назад
@@berhanebekele8621 kotuu matii nafii ta, ii mee Sanyii
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
@@berhanebekele8621 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💔
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii
@nabeehaa2487
@nabeehaa2487 3 года назад
Walitii dubiyaa jedhaaan garu obboleessaa koo👪✍❤
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 года назад
ati dhugumati nama garidha olmaa guddaa oltefi waqayyoo sii haa ebisuu ammas dhifama godhifi wajiin jiradhu bro koo ishenis ergaa wajiin jiradhu mati hararafadhe wajiin jiradha
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sannyikoo
@kadijanagaash8049
@kadijanagaash8049 2 года назад
Wajin jiradhu adara
@semirashemsu8461
@semirashemsu8461 3 года назад
Welcome Gammee baga naga dhufte obbolesa ko ishi bira rakko atti hin bekenetu jira malif yaroti matti ishitin ergadha jetu malif didi mo tari barumsa qofa akka barasistufi sitti siqte lata
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 года назад
Naaf dubbisaa xalayaa jaalalaa koo
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Matii naaf ta'ii mee
@faredafareda8257
@faredafareda8257 3 года назад
WELCOME oromi 24 anadhufu
@hawiiabdiyoutube9556
@hawiiabdiyoutube9556 3 года назад
Fareda kotuu matii nafii ta, ii mee Sanyii
@MemeMeme-sz9oh
@MemeMeme-sz9oh 3 года назад
Welcome gamee
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 3 года назад
Ati Olmaa guddaa Olteefi galatomii Ulfaadhu ani Akka kiyyaati Duraa bakka isheen Turtee Fi malii irraa akka turtee oso Gutumaa guutuuti Argatee nati tolee Yoo isheen Barumsuuf jettee Da'uu kan diddee yoo ta'ee boruu jireenya kee keessati Cubbuu Sitti tattii Oso yaada ishee hubbatee ishumaati deebitee Seeran Gaa'eel Gaari dhabaatii nati tola obboleessaa koo Waaqayyoon sii haa gargaruu Bayee galatomii oso dhirrii Hunduu rakko namaa namaaf hubbatee Akkam namaati tolee
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@AsiaShuferii
@AsiaShuferii 2 месяца назад
Gaaruu dhirii garii akaan hii jiraa
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад
Dhifamaa waaliif godha walitti deebii'aa jedhaa akka yaada kiyyaati bro
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyii koo
@qnonoq859
@qnonoq859 Год назад
Hii
@fatedafis9903
@fatedafis9903 2 года назад
Welma
@fatedafis9903
@fatedafis9903 2 года назад
😦😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@dessefoufa9031
@dessefoufa9031 3 года назад
Welcome game
@ayishaaamaad9251
@ayishaaamaad9251 2 года назад
Dhifamaa godhii ojiiiin jiradhuu
@ahmadrteil9449
@ahmadrteil9449 3 года назад
Baayee si diqisisadha
@almazgirma5815
@almazgirma5815 3 года назад
Namni oso hin hubatin balessa erga sin adda baate hariroo bira yo jalqabu baatte dhiisifi waliti deebi.a da.ima gaafa waaqayyoo eyyame argatan akka fedha ofiti miti Garuu hubanna fi gargarsa isheef gootef gudda ebbifami
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@mariamatyope2908
@mariamatyope2908 3 года назад
በጣም አሪፍ ወንድ ነህ
@madinaa1452
@madinaa1452 3 года назад
Debifadhuu ilaali amaa sirahuu dandeasii raabi sif haa siresuu galatomii
@ShelemeBarecha
@ShelemeBarecha Месяц назад
Bayee namaa gadisisaa seena kee
@FatimaFatima-ty2sb
@FatimaFatima-ty2sb 2 года назад
ati garuu yaa obolesa Nama Gaarii Rabbii caraa kee siahaa tolchuu itii debii
@zabebaahmed5858
@zabebaahmed5858 3 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥺😭😭
@diborayadesaa3976
@diborayadesaa3976 3 года назад
Dhifaama godhiif wajjiin jiraadhuu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Dibora mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyi
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Ana dhufuu gammee
@asteerrabbii-qx3xx
@asteerrabbii-qx3xx Год назад
❤❤❤❤❤
@ofiniboontuusikoomandoo7521
@ofiniboontuusikoomandoo7521 3 года назад
Hàala fayuuma ishee lalii caraa keniifi ati isheedhafi namaa gaari turtee Amasii woliti deebi'a
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyi
@muktarabdo1184
@muktarabdo1184 3 года назад
Yoyyaa
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Muktar mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naa ta,ii
@ahmadrteil9449
@ahmadrteil9449 3 года назад
Gaamee
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Ahmad Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💞
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 3 года назад
Bagaa nagaa dhuftee gaamee❤
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Obse mati koo ta i
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Wel Come Gammee Gotaa Jaallaa Bagaa Nagayaan dhuftee Hayyuu Nama
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Mati nafi ta.i
@faaxeeabdullaahi2886
@faaxeeabdullaahi2886 3 года назад
Yoo dhala godhatte Barumsa adda murtiif sodaatteeti malee rakkina biraa waan qabdu hin fakkaattuu araaramiifin jedha ani Obboleesso.
@diboramucaiyesuswallaggaa7630
@diboramucaiyesuswallaggaa7630 3 года назад
Waayyooooo yaa dubara
@hawiiabdiyoutube9556
@hawiiabdiyoutube9556 3 года назад
Jabadhuu Game
@MasuuKafalaa-lh2xz
@MasuuKafalaa-lh2xz Год назад
❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@hiruuteesilaassee2560
@hiruuteesilaassee2560 3 года назад
Atii nama cimaaadhaa dhugaa. Dhifamaa godhiifi dhugaa waaliin jiraadha. Karaa seera qabeessa ta'een waal mallatessa.. ..
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
Well come
@sumeesumee8936
@sumeesumee8936 3 года назад
Bagaa nagha dhuftee Gamee
@gannetmolo2852
@gannetmolo2852 3 года назад
Yaa obbolesa koo ishin guyya kallesa ilmoo Kan sif hin godhanef wan barnoota irra jirtuf itti hin yadamu taha. Kanafuu amma waan si kadhatuf walitti debiha namni kaminu gabbe akkana ni qaba
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@abebaberahnu597
@abebaberahnu597 3 года назад
Itti hin deebbin kaleessas suma haraas suuma maltuu jijjiramnan gabbitee dhiraa akkakee waan dhabdeef gabbitee dhisi sitahafuu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💔
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii
@add6931
@add6931 3 года назад
Yaaraabii umitena umri nuf dhersii Ati ibbolessa kiyaa raabiin obsa siif haa keenu Adeemsii kee baayee baredaa eshetuu dogogore ati siir jirta jirafhu
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@samiramuhammad4187
@samiramuhammad4187 Месяц назад
😢😢😢😢
@asyadhufa2612
@asyadhufa2612 3 года назад
Welcome gamee😍😍 😭😭😭😭😭😭
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@hamaryassiin1522
@hamaryassiin1522 3 года назад
Baye nama gadisisa seena kee
@hawiiabdiyoutube9556
@hawiiabdiyoutube9556 3 года назад
Hamar kotuu matii nafii ta, ii mee pls Sanyii
@taddemucakakuutaddemucakak2334
@taddemucakakuutaddemucakak2334 3 года назад
Iciiti Ishii nama bekkan gafadhu tti walin jiradhu Dhiifama godhifi
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Ani imo Gafumaa Kami Namaa Duraa Lalaa
@eyerusbekela4277
@eyerusbekela4277 3 года назад
Akkaa kooti ani waliitti debi.aa hin jedhuu
@maariyamhaadhakoo9817
@maariyamhaadhakoo9817 3 года назад
😍😍😍😍😍
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Matii naaf ta'ii mee
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiiko
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Mali ree dhufii kaa duraa baraachuufi didee ta.aa Mucaa gochuu malee waanii birraa fi mitti silaa
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Matii naaf ta'ii mee
@meseretwarku523
@meseretwarku523 3 года назад
Bagaa nagaan dhufte
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Mati naa ta.i
@hayyatiwallagga9337
@hayyatiwallagga9337 3 года назад
Baga Nagan Dhufte Gamme💗
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Matii naaf ta'ii hadhoo koo
@alyas.9658
@alyas.9658 3 года назад
garuu jirenyii akaan nii ulfataa yoo isiin namaa garii ta.tee itii debii wojiin jiradhuu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Alya mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matiu naaf ta,ii qalii
@zebiidarayaabdullahzebiida9720
@zebiidarayaabdullahzebiida9720 2 года назад
Akka Yada Kotii Atii Jirenya Harra Jalqabii
@قاقتلا
@قاقتلا 2 месяца назад
Laakiii ofitii hin deebiisiin yaa Obolesaa koo
@rahmabeevi2423
@rahmabeevi2423 3 года назад
Bassuma ,rajjidhumaa, dinqidhumma
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
Dhisii iboo osoo sii jaalatetii tolee sin jetii turee waan biraatuu jiraaf maalee
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@nabeehaa2487
@nabeehaa2487 3 года назад
Gamiyee😍😍
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Matii naaf ta'ii mee
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii
@mesertmulugeta1314
@mesertmulugeta1314 2 года назад
T
@fatiyaamadii6163
@fatiyaamadii6163 3 года назад
Itii hidebinii rako sira batee jirtii
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 3 года назад
Hadaraa dhifamaa godhif rako hinqabuu ciminikee baye namati tolaa umuri sif hakanuu
@chellereyes1012
@chellereyes1012 3 года назад
Walqixe biyaa kiyaa
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Sanyii kotuu matii naaf ta,ii
@hawiiabdiyoutube9556
@hawiiabdiyoutube9556 3 года назад
Like
@sahs381
@sahs381 2 года назад
Waliin jirradhu dhifama godhifii
@madinataju7355
@madinataju7355 3 года назад
Dubarti kaan biraa fudhi isheen sif hin tatu gantuudha
@lovemamiko7326
@lovemamiko7326 3 года назад
Baranota ilmo walit namaf deemuuf dahu dhisee taha kanafuu abshiir ati
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Fafi mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyi
@shawayewadajo5390
@shawayewadajo5390 3 года назад
Dhisiffii wajin jiraradhaa waqayoon karaadhaa walifi dhisaatii wajin jiradhaa
@GalanAmana-zx8hl
@GalanAmana-zx8hl Год назад
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@diboramucaiyesuswallaggaa7630
@diboramucaiyesuswallaggaa7630 3 года назад
Wayyoo bay'ee ulfta oso jalalli jirate osoma baratu da'u dandesi ture
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Jaal marro mati nafi taii
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyi
@RadiaRadia-mx4gu
@RadiaRadia-mx4gu 2 месяца назад
😂😂😂
@hawagali8140
@hawagali8140 3 года назад
dhugaa ati nama garidhaa obolesaa koo garuu ergaa siraa adaa batee mal akaa dabarsitee siriti hubadhu isaa bodaa waliti debiyaa
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiiko
@fozzirukaya2629
@fozzirukaya2629 3 года назад
Kuni rakko hin qabu mana yalla gesii kaa kuni salpa
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Fozzi mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu Matii naaf ta,ii sanyi
@misraabdallaa6331
@misraabdallaa6331 3 года назад
itt debiyii fudhii walii jiradhuu
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiikoo
@babyfiresparks2541
@babyfiresparks2541 3 года назад
😭😭😭😭😔😔
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Babyfire Mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💞
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiiko
@ZebenayGowomsa-rh5ob
@ZebenayGowomsa-rh5ob 8 месяцев назад
😂
@caaltuutube4360
@caaltuutube4360 3 года назад
Walitii debiyaa maloo
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Matii naaf ta'ii
@Oromo846
@Oromo846 3 года назад
💌💝💗😍💕🖤🖤
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Sanyii kotuu matii naaf ta,ii
@hinggsgddoghvxz7665
@hinggsgddoghvxz7665 3 года назад
Debifadhuu
@maariyamhaadhakoo9817
@maariyamhaadhakoo9817 3 года назад
Bagaa nagaan dhuftee
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Aster mati koo ta.i
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyi
@hellalhoshen9004
@hellalhoshen9004 3 года назад
😭😭😭😭
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Matii naaf ta'ii mee
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyiiko
@sabbontuuwallaggaabahaa4631
@sabbontuuwallaggaabahaa4631 3 года назад
😭😭😭
Далее
Lammata Naaf Hin Bilbiliin
19:43
Просмотров 21 тыс.
Seenaa Ajaa'ibaa Dhaggeeffatamu Qabu
23:06
Просмотров 7 тыс.
Bareedduu Fuudheen Barerdinan Dhabe
11:08
Просмотров 7 тыс.
Qodaa Balleesuu Malee Didde|Baay'ee Na Rakkiste
18:45
wara mana Nama hojatan of egano cimmaa👈
7:34
Qullaa Kiyya  Na Dhiisee Deeme
14:00
Просмотров 12 тыс.
Kana Rabbi Isin Haa Baraaru
16:20
Просмотров 80 тыс.
Baati Tokkof Qofa Itti Fayyadame
11:55
Просмотров 18 тыс.
Sammuu Kiyya Maraachuu Geesse
15:19
Просмотров 19 тыс.
Argadhe Jedheen Boollichatti Seenen Awwaalame
11:35
Просмотров 17 тыс.
Dhiisaa Eessayyuu Hin Deemtu
20:26
Просмотров 47 тыс.
Maaliif Akka Na Dhiiste Beekeera
18:10
Просмотров 31 тыс.