Тёмный

Yeroo Jaalalaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 601 тыс.
Просмотров 45 тыс.
50% 1

OBN Yeroo Jaalalaa

Развлечения

Опубликовано:

 

3 сен 2022

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 116   
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Год назад
Gongumaa isheetti hin deebiini Silaa biyyaa alaa batee mana wojjiin ijaaratan faggoo deemtan garuu sii gantee kanaf itti hin deebiini abdan qaabenyaakee sii samtii Jiruu kee baleesiiti Bultii haraawa ijaraadhu Ilmookee dubbisii hadaraa rabbii ayyanarratti uffata fi kenna babareedo bitiif ofiillee gessuu dadhaabdu namatti ergiif Ilmookee dubbisii hadaraa hin dagaatiini basii
@orostar7396
@orostar7396 Год назад
Dhiifama Moniyye 🙏 jaalalli erga gara deemtu dhabdee yeroo dabarfattee ammas gaafa isa biroo argattes biraa deemti waan taheef garuu gurbaan kun osoo jireenya isaa haaraa jalqabee natti tola 🙏 Intalli kun yoo miidhaa jireenya isaa taate malee bu'aa isaaf hin qabdu 👌 Barreeffama koo kana 📌 naaf godhi.
@user-dy7gy7di5o
@user-dy7gy7di5o 4 месяца назад
Iitt hindebi,❤️ abshiirr rabbiin umurii dheerra ,siifhaken u, rabbiin ❤❤❤hadhamangarisifhakenuu, rabbiin
@kingdibbas6863
@kingdibbas6863 21 день назад
❤❤❤❤
@kingdibbas6863
@kingdibbas6863 21 день назад
❤❤❤❤❤❤❤😊
@user-nc4bn6fn9x
@user-nc4bn6fn9x 4 месяца назад
Lukaa shii irra muri male dhifamaa in godhinif
@meskaram9542
@meskaram9542 Год назад
Namni yeroo sii dhukubee yeroo fayyaati sii jalatuu jalalii qosaa fakataa garuu namaa midhaametuu bekaa atii Kani ishii caltuu argataa wa,e ishii dhisii waaqayoo kani jiruu fi jirenyaa kee waliin jiratuu sifii akenuu
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@ummusadaa5895
@ummusadaa5895 Год назад
Wahe jalalaa kanarati woliti ararasuus qabduu sagantaa isa baftani hundumaa namayuu
@user-od7my5il8f
@user-od7my5il8f Год назад
Yowaqayyo. Jedhe. Nanhirmaadha. Senaajaalalaa. Nqabaa❤
@kilsttilahun8355
@kilsttilahun8355 Год назад
hinararanin dubariiti ishibichadhaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@RuweydoAxmed-qb8hd
@RuweydoAxmed-qb8hd Год назад
Humarakko hin qabu malif seete
@rakuae1084
@rakuae1084 Год назад
Ittii deebi'iin isheen osoo jaalalaa kee qabatte deemtee nama biraa woliin bultii bultii irratti hin ijaartuu tuffii keeti akkumaati jettuu najalluun jaalalaa hin tatuu Kanaf Daa'imaa kee deemii fudhuu yoo matiin si dhowwote seeran fudhuu Bultii haaraa ijaarradhuu
@Birqee-ox3yc
@Birqee-ox3yc Месяц назад
Atumti jaalalaa hin qabdufii natii fakkata😂😂😂
@kingdibbas6863
@kingdibbas6863 21 день назад
❤❤❤❤❤❤❤😂😂
@sumayaayeeshawalij9158
@sumayaayeeshawalij9158 Год назад
Dadhaba wayitii kuniii😢
@mrphone1337
@mrphone1337 Год назад
❤️❤️❤️❤️
@metii2680
@metii2680 Год назад
munettu sabontuu kenya nuf jiradhu gafi garii gaffi barumsa gudda of kesa qabu nuf dabarsita nuf jiradhu ❤️💪👍
@abdijimma8430
@abdijimma8430 Год назад
Baga rabii jiruu siif kenne itti debii maatii isheef ishees woliiti haa maratani iddo Kee sanna
@KumsaJiksa
@KumsaJiksa 4 месяца назад
Yom dhufuu
@HaweDeniku
@HaweDeniku 6 месяцев назад
Dhifama hin godhinifii
@nugusebekele6800
@nugusebekele6800 Год назад
namaa hin baranee inni dhugaa naa baayee bekkaadha baga dhistee waan hundaa ... ishii janjoo waqnii karaa ishii hin dabarsiinii
@obseeshow9855
@obseeshow9855 Год назад
Garaa nama nyaata 😥❤️ Kan bira fudhi, mucaa kee fudhadhu Waraa ishee bira.
@ajemashugute3299
@ajemashugute3299 Год назад
Atumti itti eerumi. Gurbaan nama jaalala beekudha.
@user-og6rf2ql9b
@user-og6rf2ql9b 9 месяцев назад
Akamitin sii argachu danda.aa monetii qali
@abdiikooyesu4698
@abdiikooyesu4698 Год назад
We come ♥️
@user-zm6wl2xk1h
@user-zm6wl2xk1h 8 месяцев назад
3:52
@jmmu9942
@jmmu9942 Год назад
Mashaaalaa mashaalaa abshiir ❤❤❤❤❤❤
@nunajamaal5344
@nunajamaal5344 Год назад
Wayiii wayii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Dhibee defense Against Iraq Caqasii fayyaan faayaa waraana DrNaaf DrNaaf lubbuu
@orostar7396
@orostar7396 Год назад
Well come OBN Damee jaalalaa 🥰🥰🥰
@user-og6rf2ql9b
@user-og6rf2ql9b 9 месяцев назад
@user-he9nr2oj9q
@user-he9nr2oj9q 11 месяцев назад
Atii durmaa hin jaalatuu akkamiti ta.a
@lensamasama4834
@lensamasama4834 Год назад
🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Gurriis waraana hin arginee kanaaf dursee dhibeen of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin siyaasni Beekumsii Eegumsaa Saayikoloojii ifaa saayinsii diinaa ifaa
@milkyet5873
@milkyet5873 Год назад
Miskiin💔💔💔💔💔💞💞💞💞💞👍
@soariusmont2591
@soariusmont2591 Год назад
Uffuu wolyii baay,ee ufta ahlaa rabbii👆
@geexiiamanuel7990
@geexiiamanuel7990 Год назад
Waww
@mnbn7102
@mnbn7102 Год назад
😭😭😭😭😭
@yerosan22
@yerosan22 Год назад
Welcome
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@hawahusseen5299
@hawahusseen5299 11 месяцев назад
🎉🎉🎉❤❤🎉🎉🎉
@hawaabashir3095
@hawaabashir3095 Год назад
😭💞💗☝
@obosanjiirraa19
@obosanjiirraa19 Год назад
Goonnuukuumaa ittii hin diibiinnii taasuumaa
@tutututu8115
@tutututu8115 Год назад
👏👏👏👏👏
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@wsnwsn7573
@wsnwsn7573 Год назад
Dhifamaa hin godhinifi
@naanaatyoutube2947
@naanaatyoutube2947 Год назад
𝐌𝐮𝐜𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐨𝐨 ❤❤
@MaroMagerto-jb3gn
@MaroMagerto-jb3gn Год назад
Wayoo garaa namaa nyataa kanakee fudhii❤
@siraajamaad9066
@siraajamaad9066 Год назад
Wwww yaarabbi birmadhuf
@coconutt2565
@coconutt2565 Год назад
Omg
@jiratakebeda9314
@jiratakebeda9314 Год назад
mooniiyye
@baqqelemarga9458
@baqqelemarga9458 Год назад
Itti debi'inni malifiin jalali gadaa fi gamachuu waliin qodachufii malee gafaa fayyaa dhaban nama gatuu miti ganafuu gafaa ati hospitalaa cisuti sitti jijiramte kanafuu itti debi'ii bultti biraa ijjaradhu sanuu moo nama biraa herumte ofitti debisinni
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Hiriyyaan nafaafi lafee Beekumsii Yaannis waraanaa Gaaddisaa
@kennaatiku8225
@kennaatiku8225 Год назад
Abshiir obboleessa koo
@senaakoo7299
@senaakoo7299 Год назад
Matii nafii taii anilee sifii taa qalii koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@reduwannuru3679
@reduwannuru3679 Год назад
Kuni Nama Osoo hin taane renfaatu nama lubbuu qabu fakaate dubata akkamiti daima ofii fudhachuu sodaata kan dhufe ha dhufu daima ke demii fudhu
@user-he9nr2oj9q
@user-he9nr2oj9q 11 месяцев назад
Atii durumma hin jalattu akkamiti Akan ta.a
@nasaphone3340
@nasaphone3340 Год назад
Ajaibaa
@senaakoo7299
@senaakoo7299 Год назад
Matii nafii taii qashtii koo anilee sifii taa ❤️💚❤️💚❤️
@seenaafjesus1802
@seenaafjesus1802 Год назад
Ajab dhugaadha baay'ee nama dhibdi
@senaakoo7299
@senaakoo7299 Год назад
Matii nafii taii anilee sifii taa qalii koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@sahmaha556
@sahmaha556 Год назад
Obsii kee bayyee namati tola maalifuu kan midhame si otuu hin taane ishee dhummaa wan ta,eef siif bultii gaarii siif hawwaa
@anbessagobana9274
@anbessagobana9274 Год назад
BD 07#bor ok 3:00
@ayeshaahemed5024
@ayeshaahemed5024 Год назад
Sabarii zanaa
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 Год назад
OBN
@senaakoo7299
@senaakoo7299 Год назад
Matii nafii taii qashtii koo ♥️❤️♥️❤️❤️🌹💯
@user-ou6ln3js5t
@user-ou6ln3js5t Год назад
የዛሬ እንግዳሽ ስያወራ እቀራፊፍል ታሪኩ ያዛዚናል በጋብቻ ላይ ጋብቻ በህግ ያሳስራታል ውንድ አደለም እንደ በምስት እና በሀገር ቀልድ የለም
@siadebali19
@siadebali19 Год назад
Dhifamaa hin godhiin kuun qixee sii jesetii Dhugaa
@eftunugise5527
@eftunugise5527 Год назад
Seenaa kee Garaa namaa nyataa💔💔💔
@user-ny4sp1vi1l
@user-ny4sp1vi1l 7 месяцев назад
Ittinhindebien akkasuma ishiin borrissee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Mijuudha says iccittiin ijjis waraanaaf gurruma wal'ansaa ummataaf Nuuf jiraadhuu Qophiidha Qaama miiraatii Bultiinis waraana Biyyaaf Biyyaaf lubbuu maqaanis lubbuu dhalootaa walumaan jannaataaf deemsis ASTU yuniversity saayikoloojii ifaa jibbis ifaa Saamicha Beekumsii kanaaf gzxMooneet Gaaddisaa Gamnummaan hinaaffaan haqa
@seenaaloveyou2026
@seenaaloveyou2026 Год назад
🤔🤔🧡🧡🧡🧡🧡
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@faaxeelove8142
@faaxeelove8142 Год назад
Itti hin deebi'iin
@senaakoo7299
@senaakoo7299 Год назад
Matii nafii taii qashtii koo anilee sifii taa ❤️💚❤️💚❤️
@mariyamtube691
@mariyamtube691 Год назад
Duruma haga si argite
@fogiyafogiya8668
@fogiyafogiya8668 Год назад
Qaaliidha
@najiiabdusaalam1539
@najiiabdusaalam1539 Год назад
www
@firiishawaashawaa116
@firiishawaashawaa116 Год назад
ittii hin debi'iin osoo milkooftee sii gatteetu haftii mittii.atiis bultii haraa godhaadhuu
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@chucheetube4018
@chucheetube4018 Год назад
Nama bulti ijarate itti hin debi'in garuu mucaanke si walala eyyamsisi dudubisi mucaakeeti degari degarsi abbaaf haadha ni barbaachisa
@user-ut3xr9ye6o
@user-ut3xr9ye6o Год назад
Uuuufff maali gara jabeenni akkanaa
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@semiraoro4284
@semiraoro4284 Год назад
Way ilma nama
@tayitutube6246
@tayitutube6246 Год назад
Waliitti Arsaa maaloo
@ararsagizaw4815
@ararsagizaw4815 Год назад
Gonkumaa itti hin deebi'in
@galaneb2340
@galaneb2340 Год назад
Nam malqa, boru dhumtuf, Isa, galane, , Kan garu wajin jirachun hin ulfatu, Hundafu, waqayoo Mada, kee, ha, fayesu😍❤️
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@seenaatube4709
@seenaatube4709 Год назад
Miskinaa Mucaan 😌 namani yeroo rakko sii wajiin hin tanee dinaa dinaa caluu kanaf yeroo tokko mana yalatii mitee lamataa qarshii isan biyya ala demte isa dhokatee 😏abdaan lamataa itti debi'uu hin qabu
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@monababa7726
@monababa7726 Год назад
ittii hin debi'iin gonkumaa yeroo kee gubdee
@oromiyaakoosalmi6576
@oromiyaakoosalmi6576 Год назад
Atumutiyuu dubii qabaa Kani dhala kee daagatee
@onneeoro3725
@onneeoro3725 Год назад
Na Afeeri Mee Guyyaa Tokko Moneet Mudaano Qabaa Amaaf Anii Adaam Jiraa
@gadisemamo4909
@gadisemamo4909 Год назад
Ittii hin debi'in borufis ishen yoo kan biraa kan qabenyaa qabuu argitee inumaa demtii wan ta'ef
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@leensaadamee8208
@leensaadamee8208 Год назад
Bara kana moo dhiirumtuu midhamaayyi?
@senaakoo7299
@senaakoo7299 Год назад
Matii nafii taii qashtii koo ♥️❤️♥️♥️❤️❤️🌹💯 u
@shelemehachalu1387
@shelemehachalu1387 Год назад
Maal jechuu keeti?
@lommiarsiasala1297
@lommiarsiasala1297 Год назад
Osso itti debiu bate baredaa namni gafa ati midhamte cistu sii jibbe deme boodas nama birati herume tasuma jaalala sif hin qabdu. Garu mo yoo dhibaa matitin dogogorte jirate yoo waliti debitanis...
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@minishadinku8605
@minishadinku8605 Год назад
Hasuma hin bekaan sagantan kun barbachise cufaa nurra
@daratu-ou2wz
@daratu-ou2wz 7 месяцев назад
Wayo miskin dhuga nama gadisisa
@getanehyadeta8142
@getanehyadeta8142 Год назад
Yaa obsa nama tokko tokko!!!!
@semiraoro4284
@semiraoro4284 Год назад
NAMAA DHIFAMAA MILIKAYII
@milkyet5873
@milkyet5873 Год назад
Walitii debiyaa ilmoo tee gudufadhaa
@nasaphone3340
@nasaphone3340 Год назад
Itti hin debi,inni ati dhalaa ishi qofaa moo
@senaakoo7299
@senaakoo7299 Год назад
Matii nafii taii anilee sifii taa qalii ❤️🌹🌹🌹🌹🌹
@ayinalem1226
@ayinalem1226 Год назад
Kani biraa fudhii aboo
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
@rufiyaa8980
@rufiyaa8980 Год назад
Welcome
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Год назад
maatii naaf tayi waan ofii
Далее
Yeroo Jaalalaa
25:04
Просмотров 48 тыс.
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame.
23:43
Просмотров 41 тыс.
아이들은 못말려 〰️ With #짱구
00:11
Просмотров 566 тыс.
小天使和小丑离家出走#short #angel #clown
00:36
Yeroo Jaalalaa
24:51
Просмотров 23 тыс.
OMN: Qophii Keesummaa - Daawitee Mokonnon waliin.
43:51
Yeroo Jaalalaa
20:55
Просмотров 20 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:43
Просмотров 67 тыс.
🤣МАЛО КУПИТЬ ЛОШАДЬ
0:18
Просмотров 5 млн